DALDALA
-
Ministeerri Daldalaa madaallii gabaa Dilbataa “qaala’iinsa gatii to’achuuf oola” jedhe ifoomse
Finfinnee, Fulbaana 25, 2024 – Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa #Itoophiyaa sadarkaa biyyaalessaatti madaallii gabaa Dilbataa qaala’iinsa gatii to’achuuf…
Read More » -
Finfinneen bara 2035 magaalota Afrikaa giddugala diinagdee ta’an keessaa tokko akka taatu raagame
Finfinnee, Fulbaana 16, 2024 – Bara 2035tti Finfinneen magaalota Afrikaa giddugala diinagdee ta’an keessaa tokko akka taatu raagni Kutaa Odeeffannoo…
Read More » -
Mootummaan gabaa tasgabbeessuuf tarkaanfii yeroo fudhachaa jirutti daldaltoonni gatii dabaluu itti fufaniiru
Finfinnee, Hagayya 08/2024 – Mootummaan Itoophiyaa imaammata haaromsa dinagdee haaraa sharafni alaa akkaataa fedhii gabaatin akka murtaa’u taasisu hojiirra oolchuu…
Read More » -
Mootummaan hidhattoota WBO fi Faannoo waliin itti fufinsaan mari’achaa jiraachuu MM Abiy Ahimad dubbatan
Finfinnee, Hagayya 02/2024 – Mootummaan hidhattoota naannolee Oromiyaa fi Amaaraa keessa socho’an waliin itti fufinsaan marii gaggeessaa jiraachuu Ministirri Muummee…
Read More » -
Itoophiyaan immaamata gatiin sharafa alaa gabaa jiruun akka murtaa’u labsu hojiirra oolchite
Finfinnee, Adoolessa 29/2024 – Baankiin Biyyaalessaa Itoophiyaa fooyyessa sirna bulchiinsa sharafa alaa har’a Adoolessa 29, 2024 irraa eegalee hojiirra oolu…
Read More » -
Odiitarri federaalaa waajjiraalee mootummaa keessatti qisaasama faayinaansii jiraachuu saaxile
Finfinnee, Waxabajjii 19/2024 – Itti gaafatamtuun Waajjira Odiitara Federaalaa Masarat Damissee kaleessa Waxabajjii 18, 2024 mana maree bakka bu’oota uummataaf…
Read More » -
Itoophiyaan baatilee 11 keessatti al-ergii bunarraa galii dolaara biiliyoona 1.2 argachuu beeksiste
Finfinnee, Waxabajjii 11/2024 – Itoophiyaan ji’oota 11 darban keessatti oomisha bunaa gara biyya alaa ergite irraa galii dolaara biiliyoona 1.2…
Read More » -
Itoophiyaafi Somaaliilaand ji’oota lama keessatti ni waliigaltee biraa mallatteessu jedhame
Finfinnee, Ebla 30, 2024 -Itoophiyaafi Somaaliilaand waliigaltee handaara galaanaa lammaffaa ji’oota lama keessatti kan mallatteessan ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa Somaaliilaand…
Read More » -
Itoophiyaan miseensa Dhaabbata Daldala Addunyaa ta’uuf baatii Caamsaa keessa marii marsaa 5ffaa ni gaggeessiti
Finfinnee, Ebla 08/2024 – Itoophiyaan marii marsaa shanaffaa miseensa Dhaabbata Daldala Addunyaa akka taatu ishee taasisu baatii Caamsaa dhufu akka…
Read More » -
Baankiin Daldala Itoophiyaa maallaqni jalaa saamame birrii miiliyoona 801.4 ta’uu fi kana keessaa 78% deebisiisuu ibse
Finfinnee, Bitootessa 26/2024 – Baankiin Daldala Itoophiyaa “rakkoo siistamii” Bitootessa 15, 2024 isa mudateen walqabatee maallaqa jalaa saamame birrii miiliyoona…
Read More »