DHIMMA HAWAASAA
-
Oduu: Oromiyaafi Somaaleetti hirmaattonni marii biyyaaleessaa adda baafamaa jiraachuu komishinichi ibse
Finfinnee, Amajjii 15, 2024 – Naannolee Oromiyaafi Somaaleetti hojiin hirmaattotai marii biyyaaleessaa adda baasuu torban dhufu keessa kan gaggeeffamu komiishiniin…
Read More » -
Oduu: Itoophiyaatti lammiileen miiliyoona 4 ta’an deeggarsa nyaataa aatattamaa akka barbaadan ibsame
Finfinnee, Amajjii 10/2024 – Naannolee hongeen miidhaman kan akka Oromiyaa, Affaar, Amaaraa, Tigraay, Kibbaa fi Kibba Lixa Itoophiyaa keessatti namoonni…
Read More » -
Oduu: Hojjettoota bulchiinsa magaalichaa qormaata madaallii fudhatan keessaa kanneen 43% ta’an qabxii darbiinsaa galmeessan
Finfinnee, Amajjii 09/2024 – Qormaata madaallii gahumsaafi amala hojjettoota bulchiinsa magaalaa Finfinnee Muddee 30, 2023 kennameen hojjettoota mootummaa qormaaticha fudhatan…
Read More » -
Oduu: Lammileen biyya alaa sanada jireenyaasaanii seera-qabeessa akka taasisan gaafatame
Finfinnee, Amajjii 04, 2024 – Lammiileen biyya alaa Itoophiyaa keessa jiraatan sanada jireenyaasaanii seera-qabeessa akka taasifatan tajaajjilli immigreeshiniifi lammummaa gaafate.…
Read More » -
Seenessa: Kumsaa Morodaan Finfinneen barnoota ammayyaa osoo hin argatin dura Naqamteetti eegalchiisan – Tasfaayee Tolasaa (PhD)
Geetahun Laggasaatiin @Birmaduu2 Finfinnee, Amajjii 04/2024 – Mootota jaarraa 19ffaa keessatti gama Lixa Oromiyaa irraa ka’an keessa tokko kan ta’an…
Read More » -
Oduu: Qaamolee mirga namoomaa sarban irratti himanni akka banamu koreen haqa ce’umsaa gaafate
Finfinnee, Muddee 01, 2023 – Qaamoleen sarbiinsa mirga nanoomaa raawwatan irratti himanni seeraa akka banamu miseensonni koreen haqa ce’umsaa gaafatan.…
Read More » -
Gulaalli: Namoonni dhiibbaan lakkaawwaman beelaan erga du’anii booda, miliyoononni ammallee balaa kanaaf saaxilamaniiru; Haaluun dhiifamee, otoo hin barfatiin balaa biyyaaleessaa ta’uunsaa haa labsamu!
Finfinnee, Muddee 29/2023 – Sababa hongeefi waraanaatiin oomishni midhaan nyaataa waggoota hedduuf hubamuu hordofuun Itoophiyaatti keessumaa naannolee Tigraayiifi Amaaraa keessatti…
Read More »