DHIMMA HAWAASAA
-
Oduu: UN fi KMNI Itoophiyaan haqaa ce’umsaa keessatti mala miidhamaa giddugaleessa godhate akka hordoftu dhaaman
Finfinnee, Muddee 29/2023 – Komishiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa fi Waajjirri Komishinara Olaanaa Mirgoota Namoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii (UNHCR) argannoowwan marii…
Read More » -
Seenessa: Itoophiyaa keessatti wal’aansoo Qaroo-dhabdummaa Korniyaa Ijaa waliin godhamu
Mollaa Mitikkuutin @MollaAyenew Finfinnee, Muddee 26/2023 – Guutummaa Itoophiyaa keessatti babal’atee kan jiru qaroo dhabdummaa korniyaa ijaa, namoota fi hawaasa…
Read More » -
Oduu: Barsiisonni godina Haadiyyaatti dhimma harkifannaa mindaan walqabatee sagalee dhageessisan hidhaa fi doorsisni irra gahaa jira
Finfinnee, Muddee 25/2023 – Barsiisonni naannoo Giddugaleessa Itoophiyaa, godina Haadiyyaatti dhimma yeroo dheeraaf kaffaltii mindaa isaanii jalaa harkifate morman to’annoo…
Read More » -
Oduu: Qormaanni gahumsaa hojjettoota mootummaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee Sanbata dhufu irra deebiin kennama
Finfinnee, Muddee 25/2023 – Qormaanni gahumsaa hojjettoota bulchiinsa magaalaa Finfinnee rakkoo teeknikaa mudateen otoo hin kennamiin hafe Sanbata dhufu Muddee…
Read More » -
Oduu: Mootummaan Somaaliyaa ajajaa olaanaa Alshabaab ajjeefame jedhe
Finfinnee, Muddee 22, 2023 – Mootummaan Somaaliyaa ajajaan olaanaa Alshabaab haleellaa xiyyaaraa Ameerikaan gaggeessiteen ajjeefame jedhe. Ajajaa olaanaa garichaa Maaliim…
Read More » -
Oduu: Itoophiyaa keessatti “hongee malee beelli hin mudanne” – mootummaa
Finfinnee, Muddee 21/2023 – Gabaasaalee hongeen Itoophiyaa keessatti mudate gara beelatti jijjiirameera jedhan “qaamolee kaayyoo biraa qabaniin kan odeeffamaa jiran…
Read More » -
Oduu: Manni marii ministeerootaa wixinee labsii beenyaa lafaafi kanneen biroo irratti mari’ate
Finfinnee, Muddee 20, 2023 – Manni maree ministeeroota walga’ii idiilee marsaa 26ffaa guyya har’aa gaggeesseen dhimmoota beenyaa lafaa, badhaasa Meedaay,…
Read More » -
Oduu: Wallagga Lixaa aanaa Mana Sibuuttii leenjiin milishaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee Muddee 19, 2023 – Godina Wallagga Lixaa Aanaa Mana Sibuutti leenjiin milishoota gaggeeffamaa jiraachuu waajjira milishaa aanichaa wabeeffachuun sab-qunnamtii…
Read More » -
Oduu: Manni marichaa muudama walitti qabduu boordii filannoo raggaasise
Finfinnee, Muddee 19, 2023 – Manni marii bakka bu’oota uummataa yaa’ii marsaa 6ffaa guyyaa har’aa walitti qabameen Aadde Mi’illaatawarq Hayluu…
Read More »