DHIMMA HAWAASAA
-
Oduu: Itoophiyaatti rakkoon wabii nyaataa sadarkaa olaanaan dabaluun uummatni miiliyoona 4 ol beela hamaaf saaxilamuu himame
Finfinnee, Muddee 13/2023 – Rakkoon hanqina wabii nyaataa Itoophiyaa haala yaaddeessaa ta’een hammaachuu gabaasni wabii nyaataa haaraa dhaabbata Neetworkii Sirna…
Read More » -
Oduu: Keeniyaan Amajjii bara 2024 irraa eegalee turistoota addunyaa hundaaf ulaagaa viizaa akka kaastu beeksifte
Finfinnee, Muddee 13/2023 – Keeniyaan Amajjii 2024 irraa eegalee lammiilee addunyaa hundaaf barbaachisummaa viizaa akka haqxu beeksifteetti. Pirezidaantii Wiliyaam Ruutoon…
Read More » -
Oduu: Paarlaamaan Deenmaark seera Qur’aanaafi kitaabolee qulqulluu biroo gubuu dhoorku raggaasise
Finfinnee Mudee 08, 2023 – Manni Marii Deenmaark seera haaraa Qur’aana fi kitaabolee qulqulluu kamiyyuu gubuu dhoorku raggaasise. Akka gabaasa…
Read More » -
Oduu: Dhiibbaa mootummaa irraa kan ka’e “sirnaan” hojjechuu hin dandeenye: KMNI
Finfinnee Muddee 08, 2023 – Koreen Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa (KMNI) qormaata qaamolee mootummaa irraa na mudachaa jiru irraa kan ka’e hojii idilee sirnaan gaggeessuu rakkachaa…
Read More » -
Oduu: Bulchiinsi Finfinnee kolleejjii dhuunfaa 25 uggure
Finfinnee, Muddee 07, 2023 – Bulchiinsa magaala Finfinneetti abbaa taayitaa qulqullina barnootaa Koolleejjiiwwan dhuunfaa 25 bara barnootaa 2016 barattoota haaraa…
Read More » -
Oduu: Naannoo Oromiyaatti sarbiinsi mirga namoomaa hammaachuu komishiniin mirga namoomaa ibse
Finfinnee, Muddee 06, 2023 – Komishinii Mirga Namoomaa Itoophiya (KMNI) naannoo Oromiyaa iddoolee garaagaraatti sarbiinsi mirga namoomaa “bal’aafi yaaddeessaa” ta’e…
Read More » -
Oduu: Waldaan Kiristiyaanaa Makaana Yesus ajjeechaa Qeellam Wallaggaatti miseensota isheerratti raawwatame balaaleeffatte
Finfinnee, Muddee 05/2023 – Waldaan Kiristiyaanaa Warra Wangeelaa Makaana Yesus Itoophiyaa ibsa har’a baasteen, naannoo Oromiyaa, Godina Qeellam Wallaggaa, Aanaa…
Read More »