DHIMMA HAWAASAA
-
Oduu: Miidhaan oomisha abaaboo geessisu qaama walabaadhaan qoratame akka dhiyaatu Paarlaamaan gaafate
Finfinnee, Muddee 04/2023 – Misooma qonna abaaboo miidhaa naannoo irratti geessisu ilaalchisee Ministeerri Qonnaa garee walabaadhaan qorachiise akka dhiyeessu Mana…
Read More » -
Aadaa: Seerri abbootiin gadaa Shawaa Kaabaa gaa’ilaan walqabtee tuman maal dhoorka?
Finfinnee, Muddee 02, 2023 – Abbootiin gadaa godina Shawaa Kaabaa “gaa’ila akka feeteen babal’achaa jiru” sirreessuuf daangaafi adabbii labsuun seeraa haaraa…
Read More » -
Oduu: Haleellaa garaagaraa Arsiifi Qeellam Wallaggaatti raawwatameen amantoonni 45 ajjeefaman
Finfinnee Muddee 01, 2023 – Haleellaawwan garaagaraa naannoo oromiya godinoota Arsiifi Qeellam Walaggaa keessatti raawwatamaeen lammileen nagaa 45 ajjeeffaman. Haleellaan…
Read More » -
Seenessa: Godinaalee Wallagga Lixaa, Qeellamitti dhibee busaatiin lubbuun namootaa darbuun itti fufe
Abdii Biyyansaa @ABiyenssa Finfinnee, Sadaasa 30, 2023 – Oromiyaa godina Wallaggaa Lixaa aanaa Qondaalaa keessa kan jiraatu Obbo Tolasaan, dhiheenya kana sababa…
Read More » -
Oduu: Konkolaachiftoota 40,000 deeggarsa boba’aa seeraan ala fayyadamaa turan irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Sadaasa, 30, 2023 – Konkolaachiftoota deeggarsa booba’aaf taasifamu karaa seeraan alaatiin fayyadamaniiiru jedhe 40,000 irratti tarkaanfii seraa fudhachuu komishinii…
Read More » -
Xiinxala Oduu: Qonnaan bultoonni godina Booranaa sababa hongeen loowwan isaanii dhaban ammallee hojii qonnaa gaggeessuuf rakkachuu himan
Geetahun Laggasaatiin @Birmaduu2 Finfinnee, Sadaasa 29/2023 – Qonnaan bultoonniifi horsiisee bultoonni godinaalee Oromiyaa garaagaraa keessa jiraatan hongee waggaa sadi oliif…
Read More » -
Oduu: Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii wixinee labsii maallaqaafi gibiraa 9 raggaasise
Finfinnee Sadaasa 23, 2023 – Dhaabbata Mootumoota Gamtoomaniitti Koreen dhimma faayinaansiifi dinagdee kan Koree Lammataa (Second Committee) jedhamuun beekamu wixinee…
Read More » -
Oduu: Rakkoo fayyaan raafamaa kan jirtu Oromiyaa keessatti haakimoota lakkoofsaan karoorfame gadi qacaramuu ibsame
Naatinaa’eel Fiixeetin @NatieFit Finfinnee, Sadaasa 20/2023 – Biiroon Fayyaa Oromiyaa ALI bara 2016f Haakimoota 1,100 qacaruuf beeksisa baasuus namoota beeksisa…
Read More » -
Oduu: Finfinneetti qajeelfamni sadarkaa hurka konkolaataa too’atu qophaa’e
Finfinnee, Sadaasa 20, 2023 – Qajeelfamni sadarkaa hurka konkolaataa too’achuuf oolu hojiirra oolchuuf qophaa’uu abbaan taayitaa eegumsa naannoo magaala Finfinnee…
Read More »