DHIMMA HAWAASAA
-
Oduu: Naannolee 3 keessatti humni ibsaa addaan cituun haleellaa hidhattoonni raawwataniin ta’uu himame
Finfinnee, Bitootessa 06, 2024 – Naannoolee sadii keessatti addaan cituu humna ibsaa kan mudate sababa haleellaa hidhattoonni Faannoo ofiin jedhan…
Read More » -
Abdii Dheekkamaa: Dargaggoo gosa ispoortii wal’aansootin akka biyyaatti dorgomee medaaliyaa Warqee 14 mo’ate
Geetahun Laggasaatin @Birmaduu2 Finfinnee, Gurandhala 24/2024 – Abdii Dheekkamaa Sooraa dhalatee kan guddate godina caaseffama haaraatin Boorana Bahaa jedhame, aanaa…
Read More » -
Oduu: Keeniyaan lammiileen Itoophiyaa kaffaltii eeyyama imala elektirooniksii malee biyyashee akka seenaniif waliigalte
Finfinnee, Guraandhala 20/2024 – Mootummaan Keeniyaa ”lammiilee Itoophiyaa kaffaltii eeyyama imala elektirooniksii (eTA) malee gara biyyattii galuu akka danda’an” waliigaluu…
Read More » -
Oduu: Buqqaatonni Aanaa Amuruutti qubbatan gargaarsa argachaa turan irraa dhaabbachuun rakkoof saaxilamuu himan
Finfinnee, Guraandhala 16/2024 – Buqqaatonni godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Amuruutti qubatanii jiran deeggarsa nyaataa, qorichaa fi meeshaalee qulqullina duraan…
Read More » -
Oduu: Somaaliyaan rakkoo nageenyaatiin walqabatee haguuggii fuulaa dhoorkite
Finfinnee, Guraandhala 15, 2024 – Anga’oonni Somaaliyaa sodaa rakkoo nageenyaatiin walqabatee jiraattonni magaala guddoo Somaaliyaa, Moqaadishoo haguuggii fuulaa akka hin…
Read More » -
Oduu: Naannoo Amaaraa Godina Walloo Kibbaatti barbaachi lubbuu baraaruu hanga ammaatti hin milkoofne
Finfinnee, Guraandhala 14, 2024 – Godina Walloo Kibbaa aana Dalaantaatti barbaachi lubbuu baraaruu namoota 20 ol warqee barbaadaa osoo jiranii…
Read More » -
Oduu: “Dhaabbileen federaalaa qubsuma lafa lixa Tigraay jijjiiruuf yeroo hojjachaa jiran kanatti filannoon uummataa hin yaadamu” – Getaachoo Raddaa
Finfinnee Guraandhala 13, 2024 – Dhaabbileen federaalaa qubsuma lafa Lixa Tigraay jijjiiruuf hojjachaa jiraachuu eeruun filannoo uummataa (riifarandamii) gaggeessuun “kan…
Read More »