DHIMMA HAWAASAA
-
Oduu: Siinoodoosiin Itoophiyaa “waliigalteen saalqunnamtii saala walfakkaataa” akka qoratamu gaafate
Finfinnee, Guraandhala 13, 2024 – “Sochiin waliigaltee saalqunnamtii saala walfakkaataafi dhimmoota walfakkaata biroo akka qaama daldalaa, siyaasaa, diinagdee, haqaafi mirga…
Read More » -
Oduu: Itoophiyaatti warshaan meeshaaalee altraasaa’uundii walitti suphu hojii eegale
Finfinnee, Amajjii 12, 2024 – Warshaa industirii Huwaajiyaanitti warshaan meeshaalee atraasaa’uundii walitti suphu guyyaa kaleessaa hojii eegaluu ministeerri fayyaa beeksise.…
Read More » -
Oduu: ‘Khuullee’ ilaalchisee qaamota dhimmi ilaallatu bira kara idileetiin wanti gahe hin jiru: BBO
Finfinnee, Guraandhala 05/2024 – Boca qubeelee Afaan Oromoo haaraa qubee Laatinii waggoota dheeraaf Afaan Oromoo itti fayyadamaa jiru akka bakka…
Read More » -
Oduu: Itoophiyaafi Raashiyaan omisha xaa’oorratti mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 03, 2024 – Ministeerri daldalaafi misoomaa Raashiyaa dhimma omishaafi dhiyeessii xaa’oorratti ministeera qonnaa waliin mari’achuun gabaafame. Koreen itti…
Read More » -
Oduu: Lakkofsi uummataa biyyaalessaa waggoota 3 keessatti kan gaggeeffamu ta’uu himame
Finfinnee, Amajii 02, 2024 – Waggoota sadan itti aananii dhufan keesssatti lakkaawwii uummataa biyyaaleessaa gaggeessuuf karoorfachuu ministeerri karooraafi misoomaa beeksise.…
Read More » -
Khuullee: Boca qubeelee Afaan Oromoo haaraa qubee Laatinii akka bakka bu’uuf kalaqame maaliif hagana falmisiisaa ta’e?
Abdii Biyyansaatin @ABiyenssa Finfinnee, Guraadhala 01/2024 – Tibbana kalaqa qubeelee haaraa qubee Laatiinii waggoota dheeraaf Afaan Oromoo itti fayyadamaa jiru…
Read More » -
Oduu: Uggurri geejjibaa fi lagannaa gabaa Oromiyaa keessatti labsame sochii geejjibaa fi daldalaa haga tokko danquu jiraattotni himan
Finfinnee, Amajjii 30/2024 – Naannoo Oromiyaatti waamicha lagannaa gabaa fi uggura geejjibaa marsaa lammataaf Dilbata Amajjii 28 galgala irraa eegalee…
Read More » -
Oduu: MM Abiy FAOtiin badhaafamuun] hordofee namoonni yaada garaagaraa calaqqisiisaa jiru
Finfinnee, Amajjii 30, 2024 – Dhaabbanni Nyaataafi Qonnaa Mootummoota Gamtoomanii “dandeettii bulchiinsaafi kutannoo wabii nyaataatiif qabuuf” MM Itoophiyaa Abiy Ahmadiif(PhD)…
Read More » -
Oduu: Godina Haadiyyaatti dhibee gifiraa mudateen lubbuun daa’imman 22 darbe
Finfinnee, Amajjii 27/2024 – Naannoo Giddugaleessa Itoophiyaa godina Haadiyyaatti dhibee gifiraa mudateen guyyoota 14 keessatti daa’imman 22 du’uu isaanii maddeen…
Read More »