DHIMMA HAWAASAA
-
Oduu: Abbootiin hundeeffama “Sinoodoosii Oromiyaa Teessoo Pheexiroos” labsuu isaanii hordofee hidhaman mana murtii dhiyaatan
Finfinnee, Amajjii 26/2024 – Abbootiin amantaa hundeeffama Sinoodoosii Oromiyaa “Teessoo Pheexiroos” jedhamu labsuu isaanii hordofuun Kibxata galgala magaalaa Shaggar kutaa…
Read More » -
Oduu: Mootummaan lammiilee gargaarsa barbaadan miiliyoona 9 oliif deeggarsa dhiyeessuuf hojjechaa jiraachuu beeksise
Finfinnee, Amajjii 25/2024 – Mootummaan lammilee gargaarsa barbaadan miiliyoona 9 oliif baatilee lamaan dhufanitti deeggarsa dhiyeessuuf hojjechaa jiraachuu beeksise. Baatilee…
Read More » -
Oduu: Sinoodoosiin “Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Oromiyaa Teessoo Pheexiroos” ifatti hundeeffamuu abbootiin ibsan
Finfinnee, Amajjii 23/2024 – Adeemsa hundeeffama isaa waggaa darbe eegaleen walqabatee mana amantaa Orotodoksii Itoophiyaa keessatti raafama guddaa kan uume…
Read More » -
Oduu: Saa’udii Arabiyaan gatii qacarrii hojjattoota Filippiins, Sriilaankaa, Baanglaadeesh, Yugaandaa, Keeniyaafi Itoophiyaa hir’ifte
Finfinnee, Amajjii 18, 2024 – Sa’uudii Arabiyaan gatii qacarrii hojjettoota biyya keessaa kan Filippiins, Siriilaankaa, Baanglaadeesh, Yugaandaa, Keeniyaa fi Itoophiyaa irraa…
Read More » -
Oduu: Aanaaleefi magaalonni Oromiyaa garaagaraa milishoota haaraa eebbisiisaa jiraachuu ibsan
Finfinnee, Amajjii 16, 2024 – Finfinnee dabalatee aanaaleefi magaalonni naannoo Oromiyaa garaagaraa miseensota milishaa haaraa eebbisiisaa jiraachuu ibsan. Aaanaleefi magaalonni…
Read More » -
Oduu: Ameerikaan duula fanjii awwaalamaa fashaleessuurratti Itoophiyaa tumsaa jiraachuu ibsite
Finfinnee, Amajjii 16, 2024 – Ameerikaan fanjii awwaalamaafi kuusa meeshaalee waraana fashaleessuufi dhabamsiisuu irratti Itoophiyaa tumsaa jira jette. Duulli kuni…
Read More » -
Oduu: Buna (coffee) dhuguun fayyaa tiruu eeguuf kan fayyadau ta’uu qorannoon mul’ise
Finfinnee, Amajjii 16, 2024 – Buna guyya guyyaatti dhuguun dhibee coomni tiruu keessatti kuufamuu irraan dhufu (Non-Alcoholic Fatty Liver Disease)…
Read More » -
Oduu: Baabbileetti arboonni shan adamsa seeraan alaatiin ji’a tokko keessatti ajjeefaman
Finfinnee, Amajjii 16, 2024 – Paarkii uumamaa Baabileetti adamsi arba seeraan ala godhamuu dabalaaa jirrachuu Abbaan taayitaa kunuunsa bineensa bosonaa…
Read More »