ODUU
-
Somaaliyaan dippilomaatiin Itoophiyaa ‘sa’aatii 72 keessatti biyyattii gadhiise akka bahu’ ajaja dabarsite
Finfinnee, Onkoloolessa 30/2024 – Ministeerri Dhimma Alaa Somaaliyaa dippilomaatiin Itoophiyaa tokko “hojii gahee dippilomaasii isaa waliin wal hin simne irratti…
Read More » -
Ugguramuun balallii duula lammiilee Itoophiyaa Liibaanos irraa deebisuu danqe
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2024 – Uggurri balallii xiyyaaraa duula lammiilee Itoophiyaa Liibanos irraa gara biyyaa deebisuu danquu Ministeerri Dhimma Alaa…
Read More » -
Buqqaatonni magaalaa Dabra-Birhaan argaman rakkoo dhiyeessii nyaataa isaan mudachuu ibsan
Finfinnee, Onkoloolessa 29/2024 – Buqqaatonni Naannoo Oromiyaa Godina Wallagga Bahaa fi Shawaa Lixaa irraa buqqa’anii Naannoo Amaaraa magaalaa Dabra Birhaanitti…
Read More » -
Barsiisonni naannoolee haaraa hundeeffaman keessa jiran kaffaltii mindaa harkifachuun gadadoo keessa jiraachuu himan
Finfinnee, Onkololeessa 28,2024 – Barsiisonni manneen barnootaa naannolee haaraa hundeeffamanii Kibba Itoophiyaa, Giddugaleessa Itoophiyaafi Kibba Lixa Itoophiyaa keessatti barsiisan mindaan…
Read More » -
Komishiniin Marii Biyyaalessaa “yeroon hojii akka dheereffamu hin gaafanne” jedhe
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2024 – Komishinii Marii Biyyaalessaa Itoophiyaa, kan yeroo hojiisaa ji’oota shan keessatti goolabamuuf jiru, “yeroon hojii akka…
Read More » -
Somaaliyaan biyyoota ergama nagaa kabachiisaa Gamtaa Afrikaaf loltoota gumaachan filachurratti ‘ofii nan murteessa’ jette
Finfinnee, Onkoloolessa 24/2024 – Ministeerri Dhimma Alaa Somaaliyaa ergama nagaa kabachiisaa Gamtaa Afrikaa dhufuuf biyyi kamtu loltoota gumaachuu danda’a kan…
Read More » -
Itoophiyaa fi Yunaayitid Kingidam ‘dhimma haala yeroo Galaana Diimaa fi tumsa ittisa shororkeessummaa’ irratti mari’atan
Finfinnee, Onkoloolessa 24/2024 – Dhaabbileen Tajaajila Tikaa Itoophiyaa fi Yunaayitid Kingidam ‘dhimma haala yeroo Galaana Diimaa, akkasumas haala shororkeessummaa fi…
Read More » -
Godina Koonsootti hidhattoonni namoota 2 ajjeessuun, 2 madeessan
Finfinnee Onkololeessa 24, 2024 – Naannoo Kibba Itoophiyaa godina Koonsoo magaalaa Saganitti haleellaa hidhattoonni raawwataniin lubbuun namoota lamaa darbuun lama…
Read More » -
“Humnoonni mootummaa namoota humnaan dhabamsiisuuniifi dhoksuun yeroo dheeraaf hidhu” – KMNI
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2024 – Itoophiyaa keessatti iddoo garaagaraatti keessumaa Finfinnee, Oromiyaafi naannoo Amaaraa keessatti namoonni humnoota nageenyaa mootummaatiin hidhamanii…
Read More »