ODUU
-
Qaamolee boba’aa “dhoksan” irratti tarkaanfii fudhachuu mootummaan ibse
Finfinnee, Amajjii 06, 2025 – Naannoo Affaaritti konkolaattonni boba’aa fe’anii turan iddoo addaa Sardoo Admaas jedhamutti “dhokatanii” turan too’annoo jala…
Read More » -
Itoophiyaan bara 2024 sababa uggura intarneetiin doolaara miiliyoona 211 ol dhabde
Finfinnee, Amajjii 06/2025 – Itoophiyaan bara 2024tti intarneetii cufuu fi uggura miidiyaa hawaasaa mootummaan kaa’een kasaaraa diinagdee Doolaara miiliyoona 211.2…
Read More » -
“Gaaffiin keenya deebii yoo hin arganne hawaasa musliimaa mariisisuun tarkaanfii fudhanna” – Majliisa Tigraay
Finfinnee, Amajjii 03/2025 – Manni Maree Olaanaa Dhimmoota Islaamummaa Tigraay dhimma barattoota musliimaa Naannoo Tigraay magaalaa Aksuumitti hijaaba uffatanii akka…
Read More » -
Itoophiyaan ergama AUSSOM bu’a qabeessa taasisuuf Somaaliyaa waliin tumsaan akka hojjettu ibsite
Finfinnee, Amajjii 03/2025 – Itoophiyaan humna nagaa kabachiisaa haaraa Somaaliyaa keessatti ergama haaraa kennameef bobbaafamu (AUSSOM) bu’a qabeessa taasisuuf Somaaliyaa…
Read More » -
Dhimmi barattoota musliimaa magaalaa Aksuum hijaaba dhorkaman akka furamu majliisni hubachiise
Finfinnee, Amajjii 02/2025 – Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa dhimma barattoota Musliimaa naannoo Tigraay magaalaa Aksuum keessatti sababa hijaaba…
Read More » -
Kirkira lafaa tibbana Awaash Fantaalleetti mudachaa jiru manneen 30 ol jigse, kumaatamni qe’ee irraa buqqa’aniiru
Finfinnee, Amajjii 02/2025 – Sababa kirkira lafaa tibbana naannoo Affaar, Awaash Fantaalleetti irra deddeebiin mudateen manneen 30 ol barbadaa’uu fi…
Read More » -
Waldichi naannolee Oromiyaa fi Amaaraa keessatti hojjettoota fi ambulaansii isaarratti haleellaan raawwatamuu ibse
Finfinnee, Amajjii 01/2025 – Waldaan Fannoo Diimaa Itoophiyaa naannolee Oromiyaa fi Amaaraa keessatti haleellaa “suukanneessaa” hidhattoonni ambulaansii lama irratti raawwataniin…
Read More » -
Goojjam Lixaa Aanaa Quwaarititti sababa “caasaan mootummaa diigameef” miindaan hojjettoota mootummaa ji’a sadiif harkifate
Finfinnee, Amajjii 01/2025 – Naannoo Amaaraa godina Goojjam Lixaa aanaa Quwaarit keessatti “caasaan mootummaa waan diigameef” hojjettoonni mootummaa ji’oota sadiif…
Read More » -
Walloo Kaabaatti daangeeffama hidhattoonni kaa’aniin namoonni 77,000 ol rakkoo namoomaa hamaaf saaxilaman
Finfinnee, Muddee 31/2024 – Naannoo Amaaraa godina Wolloo Kaabaa aanaalee Bugnaa fi Laastaatti daangeffama “hidhattoonni naannichatti socho’an” kaa’aniin haalli namoomaa…
Read More »