Afrikaa
- ODUU
Itoophiyaan madaallii bilisummaa interneetiin biyyoota Afrikaa keessaa sadarkaa gadi aanaa galmeessite
Finfinnee, Onkoloolessa 16/2024 – Dhaabbatni bilisummaa dimokraasii irratti hojjetu ‘Freedom House’ gabaasa bilisummaa intarneetii addunyaa kan bara 2024 baaseen, gama…
Read More » - ODUU
Afrikaan Mana Maree Nageenyaa UN’tti “bakka bu’ummaa sirrii” akka argattu Itoophiyaan irra deebiin gaafatte
Finfinnee, Fulbaana 23, 2024 – Mana Marii Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii keessatti Afrikaan bakka “bu’ummaa sirrii ta’e” akka argattu Itoophiyaan…
Read More » - DALDALA
Oduu: Baankiin Misooma Afrikaa gargaarsa dolaara miliyoona 104 fooyya’insa dhiyeessii humnaaf oolu raggaasise
Finfinnee, Fulbaana 14/2023 – Boordiin Daayreektaroota Baankii Misooma Afrikaa gargaarsa maallaqaa dolaara miliyoona 104 kan Bahaa Itoophiyaatti dhiyeessii humnaa fooyyeessuuf…
Read More » - DALDALA
Oduu: Itoophiyaa fi Baankii Misooma Afrikaa oomisha qamadii guddisuuf waliigaltee deeggarsa doolaara miiliyoona 84.3 mallatteessan
Finfinnee, Hagayya 17/2023 – Baankiin Misooma Afrikaa deeggarsa maallaqa dolaara miiliyoona 84.3 Itoophiyaatti oomisha qamadii fooyyeessuu fi galii qonnaan bultoota dabaluuf…
Read More »