Baankii Misooma Afrikaa
- SIYAASA
Oduu: MM Abiy Baankii Misooma Afrikaatin dhiifama gaafachuu isaanii hordofee baankichi hojjettoota idil addunyaa gara Itoophiyaa deebisuuf murteesse
Finfinnee, Amajjii 19/2024 – Ministirri Mummee Abiy Ahimad “mootummaa Itoophiyaa bakka bu’uun” Baankii Misooma Afrikaa “ifatti dhiifama gaafachu” isaanii hordofee…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Ameerikaa, UK fi Kaanaadaan qaamolee hojjettoota Baankii Misooma Afrikaa irratti haleellaa raawwatan akka gaafataman hubachiisan
Finfinnee, Muddee 28/2023 – Reebicha fi hidhaa tibbana magaalaa Finfinnee keessatti hoji gaggeessaa Baankii Misooma Afrikaa damee Itoophiyaa Dr Abdul…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Baankiin Misooma Afrikaa hojjettootasaa idil-addunyaa “atattamaan” Itoophiyaa keessaa baasuufi
Finfinnee, Muddee 20/2023 – Baankiin Misooma Afrikaa hojjettootasaa lammummaa biyya alaa qaban atattamaan Itoophiyaa keessaa baasuuf ta’uu beeksise. Baankichi murtoo…
Read More » - SEERA FI HAQA
Oduu: Baankii Misooma Afrikaa hojjettoota isaa lama Itoophiyaa keessatti seeraan ala hidhamuu fi miidhaan qaamaa irra gahuu ibse
Finfinnee, Sadaasa 16/2023 – Miidiyaaleen biyya keessaa hidhaa fi miidhaa qaamaa hojjettoota olaanoo Baankii Misooma Afrikaa Damee Itoophiyaa (AfDB) irratti…
Read More »