Baqattoota
- ODUU
Baqattoonni Itoophiyaa waraqaa baqattummaa hin qabne Puuntlaand gadhiisanii akka bahan ajajni darbe
Finfinnee, Waxabajjii 17/2024 – Kaaba Baha Somaaliyaatti kan argamu mootummaan bulchiinsa Puuntlaand, lammiileen Itoophiyaa waraqaa baqattummaa osoo hin qabaatiin “seeraan…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Oduu: Baqattoonni biyyoota ollaa Naannoo Gaambeellaa keessaa jiran beelaan du’aa jiraachuu KMNI ibse
Finfinnee, Fulbaana 21/2023 – Baqattoonni biyyoota ollaa irraa gara Gaambeellaatti kooluu galan sababa beelaa fi hanqina nyaataatiin du’aa jiraachuu Komishiniin…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Oduu: Lammiileen Itoophiyaa Keeniyaatti hidhaman 82 nyaata lagachuun gara biyyaatti akka deebifaman gaafatan
Finfinnee, Fulbaana 13/2023 – Lammiileen Itoophiyaa biyya Keeniyaa keessatti “seeraan ala” mana nama dhuunfaa tokko keessatti sassaabamanii argamuun to’annoo jala…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Oduu: Saawudii Arabiyaan himata ajjeechaa lammiilee Itoophiyaan walqabatee irratti dhiyaate haalte; Mootummaan Itoophiyaa qorannoo nan taasisa jedhe
Finfinnee, Hagayya 22/2023 – Eegdonni daangaa Saawudii Arabiyaa lammiilee Itoophiyaa dhibbaatamaan lakkaawwaman kanneen karaa Yamaniin daangaa biyyattii ce’uuf yaalan ajjeesuun…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Oduu: Saa’udii Arabiyaan lammiilee Itoophiyaa daangaa biyyattii qaxxaamuruu yaalan ajjeesuu HRW beeksise
Finfinnee, Hagayya 21/2023 – Eegdonni daangaa Saa’udii Arabiyaa lammiilee Itoophiyaa karaa Yamaniin daangaa biyyattii qaxxaamuruu yaalan ajjeesuu dhaabbatni falmaa mirgoota…
Read More »