Daandii Qilleensa Itoophiyaa
- ODUU
Daandiin Qilleensa Itoophiyaa sababa ‘herreegni baankii jalaa uggurameef’ gara Asmaraa balali’uu dhaabuu ibse
Finfinnee, Fulbaana 03/2024 – Daandiin Qilleensa Itoophiyaa sababni balalii gara magaalaa guddoo Eertiraa, Asmaraatti taasisu addaan kuteef “maallaqni Asmaraatti qabu…
Read More » - ODUU
Daandiin Qilleensa Itoophiyaa himannaa mootummaa Eertiraa irraa dhiyaate “maq-balleessiidha” jedhe
Finfinnee, Adoolessa 30/2024 – Daandiin Qilleensa Itoophiyaa “imaltoota irratti dararaa qindaawaa fi itti yaadame geessisa” jechuun himannaa mootummaan Eertiraa irratti…
Read More » - ODUU
Mootummaan Eertiraa Daandiin Qilleensa Itoophiyaa Fulbaana booda gara Asmaraa akka hin imalle dhorke
Finfinnee, Adoolessa 24/2024 – Mootummaan Eertiraa dhuma baatii Fulbaana booda balalii Daandii Qilleensaa Itoophiyaa gara magaalaa guddoo biyyattii Asmaraatti godhu…
Read More » - DALDALA
Oduu: Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa xiyyaarota Booyiing 67 bitachuuf dhaabbata Booyiing waliin waliigaluu beeksise
Finfinnee, Sadaasa 15/2023 – Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa Xiyyaarota Booyiing 67 bitachuuf Dhaabbata Booyiing waliin waliigaluu beeksise. Xiyyaarota Booyiing 787 Dirimlaaynar…
Read More » - DALDALA
Oduu: Daandii Qilleensaa Itoophiyaa murtoo mootummaan Naayijeeriyaa dhimma daandii qilleensa biyyattii irratti dabarsu akka fudhatu beeksise
Finfinnee, Onkoloolessa 26/2023 – Dhiyeenya kan Daandii Qilleensa Naayijeeriyaa irraa gahee 49% kan fudhate Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa murtee mootummaan Naayijeeriyaa…
Read More »