Gamtaa Afrikaa
- DHIMMA HAWAASAA
Gamtaan Awurooppaa duula weerara Koleeraatiif miliyoona €1 ramaduu ibse
Finfinnee, Caamsaa 13, 2024 – Gamtaan Awurooppaa maallaqa gargaarsa namoomaa hatattamaa weerara Koleeraa too’achuuf godhamuuf oolu doolaara miliyoona tokko ramaduu…
Read More » - ODUU
Manni Murtiin Luba Balaay Mokonniin fa’a yakka sanada sobaan dolaara daddabarsuu ittiin shakkamaniin akka himataman eeyyame
Finfinnee, Caamsaa 02/2024 – Manni Murtii Sadarkaa Jalqabaa Federaalaa Dhaddacha Ramaddii Lidataa, Luba Balaay Mokonniin dabalatee namoota yakka maallaqa dolaara…
Read More » - ODUU
Herreega baankii Gamtaa Afrikaa keessaa maallaqni dolaara miiliyoona 6 ol sanada sobaan baasuuf yaalamuu gamtichi mirkaneesse
Finfinnee, Caamsaa 02/2024 – Gamtaan Afrikaa damee Baankii Daldalaa Itoophiyaa mooraa waajjira muummee gamticha keessa argamutti herreega baankii gamtichaa keessaa…
Read More » - SIYAASA
Dhimmoota ijoo yaa’ii dureewwan Gamtaa Afrikaa 37ffaa irratti mudatan maal fa’i?
Finfinnee, Guraandhala 19/2024 – Yaa’iin Dureewwan Gamtaa Afrikaa 37ffaa guyyoota lamaan darbaniif bakka hoggantoota, ministiroota, dippiloomaatota fi hoggantoonni dhaabbilee gamtichaa…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Somaalilaand waamicha Somaaliyaan dhimma waliigaltee ulaa galaanaa tibbanaa irratti Gamtaa Afrikaa fi UN’f dhiyeessite kufaa taasiste
Finfinnee, Guraandhala 12/ 2024 – Ministeerri Dhimma Alaa Somaaliyaa ibsa kaleessa baaseen, guyyoota muraasaan booda yaa’iisaa Finfinneetti kan eegalu Gamtaan…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Gamtaan Afrikaa Itoopiyaafi Somaaliyaan “miirasaanii akka too’atan, waldhabdee akka qabaneessaniifi marii hiika-qabeessa akka taasisan” gaafate
Finfinnee, Amajjii 18, 2024 – Gamtaa Afrikaatti manni maree nagaa fi tasgabbii Itoophiyaafi Somaaliyaan “jiraachuu akka too’atan akka too’atan, waldhabdee…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Gamtaan Afrikaa waldhabdee Itoophiyaafi Somaaliyaarratti kan mari’atu ta’uu ibse
Finfinnee Amajjii 17, 2024 – Haasaa baniinsaa dura taa’aan mana maree nagaa fi tasgabbii erga taasisee booda Gamtaa Afrikaatti ergamaan Gaanaa…
Read More » - ODUU
Oduu: Itoophiyaafi Somaaliyaan “waldhabdee gidduusaaniittii guddachaa jiru” akka qabbaneessan Gamtaan Afrikaa gaafate
Finfinnee, Amajjii 04, 2023 – Dura taa’aan Gamtaa Afrikaa Muussaa Muhaammat Faakii waliigaltee Itoophiyaafi “naannoo Somaaliyaa kan Somaaliilaand jedhamtu” gidduutti…
Read More »