Gamtaa Awurooppaa
- ODUU
Itoophiyaan baatilee 11 keessatti al-ergii bunarraa galii dolaara biiliyoona 1.2 argachuu beeksiste
Finfinnee, Waxabajjii 11/2024 – Itoophiyaan ji’oota 11 darban keessatti oomisha bunaa gara biyya alaa ergite irraa galii dolaara biiliyoona 1.2…
Read More » - ODUU
Gamtaan Awurooppaa “falmattoota mirga namoomaa mana hidhaa jiran” dabalatee qaamolee saddeetiif badhaasa kenne
Finfinnee, Caamsaa 31/2024 – Gamtaan Awurooppaa kaleessa Caamsaa 30, 2024 Finfinneetti falmattoota mirga namoomaa manneen hidhaa biyyattii garagaraa keessatti argaman…
Read More » - ODUU
Itoophiyaan murtee Gamtaan Awurooppaa lammiilee Itoophiyaaf viizaa dhorkuuf dabarse deebi’e akka ilaalu gaafatte
Finfinnee, Caamsaa 02/2024 – Mootummaan Itoophiyaa “murtee Manni Maree Gamtaa Awurooppaa lammiilee Itoophiyaaf viizaa kennuu yeroodhaaf addaan kutuuf dabarse murteesseen…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Keeniyaafi Gamtaan Awrooppaa waliigaltee daldalaa “guddaa” mallatteessan
Finfinnee Muddee 18, 2023 – Keeniyaafi Gamtaan Awurooppaa waliigaltee tumsa diinagdee “guddaa” kan Keeniyaan gibira maleefi daangaa malee gabaa Awurooppaatti…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Oduu: Gamtaan Awurooppaa hojii namoomaa weerara Koleeraa Itoophiyaatti taasifamu deeggaruuf Yuuroo miiliyoona 1 kenne
Finfinnee, Sadaasa 10/2023 – Gamtaan Awurooppaa Itoophiyaatti Hagayya 2022 irraa eegalee lammiilee hedduu galaafachaa kan jiru weerara Koleeraan walqabatee gargaarsa…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Waraanni Eertiraa naannolee Itoophiyaa seeraan ala qabatee jiru gadhiise akka bahu Gamtaan Awurooppaa gaafate
Finfinnee, Onkoloolessa 27/2023 – Gamtaan Awurooppaa akkaataa murtee Kominishinii Daangaa Itiyoo Eertiraatin waraanni Eertiraa naannolee Itoophiyaa gadhiise akka bahu gaafateera.…
Read More »