Geetaachoo Raddaa
- ODUU
‘Tigraay keessatti adeemsi loltoota duraanii hidhannoo hiikkachiisuu ittiin hogganamaa jiru sirrii miti’ – ABUT
Finfinnee, Sadaasa 28/2024 – Adda Bilisummaa Uummata Tigraay Dabratsiyoon Gabramikaa’eliin durfamu, adeemsi hidhattoota hidhannoo hiikkachuu fi deebisanii ijraaruu (DDR) Tigraay…
Read More » - ODUU
“Eertiraa waliin nagaa buusuu barbaanna; kana booda waraanni filannoo ta’uu hin qabu” – Geetaachoo Raddaa
Finfinnee, Sadaasa 18/2024 – Pireezidaantiin Bulchiinsa Yeroo Tigraay Geetaachoo Raddaan qormaanni siyaasaa jiraatuus, bulchiinsi isaanii Eertiraa waliin hariiroo nagaa uumuuf…
Read More » - ODUU
‘Nama bakka Geetaachoo Raddaa buufamu irratti mootummaa federaalaa waliin haasa’aa jirra’ – ABUT
Finfinnee, Onkoloolessa 14/2024 – Gareen ABUT Dabratsiyoon Gabramikaa’eliin durfamu Pirezidaantii Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigraay Geetaachoo Raddaa aangoorraa kaasuu hordofee nama…
Read More » - ODUU
Bulchiinsi Geetaachoo Raddaa hoggansa ABUT Dabratsiyooniin durfamu irratti tarkaanfii akka fudhatu ibse
Finfinnee, Onkoloolessa 08/2024 – Bulchiinsi Yeroo Naannoo Tigraay Geetaachoo Raddaatin durfamu “hoggansa Adda Bilisummaa Uummata Tigraay (TPLF) [Dabratsiyoon Gabramikaa’eliin durfamu]…
Read More » - ODUU
Dabratsiyooniin kan durfamu ABUT “Geetaachoo Raddaatin aangoo pirezidaantummaa irraa kaasuu” ibse
Finfinnee, Onkoloolessa 07/2024 – Addi Bilisummaa Uummata Tigraay (TPLF) Dabratsiyoon Gabramikaa’eliin durfamu ibsa har’a Onkoloolessa 07, 2024 baaseen, Pireezidaantii Bulchiinsa…
Read More » - ODUU
Gareen Geetaachoo Raddaa ‘fonqolcha mootummaa narratti raawwachuuf karoorseera’ jechuun garee Dabratsiyoon himate
Finfinnee, Fulbaana 19/2024 – Gareen Adda Bilisummaa Uummata Tigraay (ABUT) Geetaachoo Raddaan durfamu ibsa Fulbaana 18, 2024 baaseen gareen ABUT…
Read More » - ODUU
Geetaachoo Raddaan caasaaleen bulchiinsa naannoo Tigraay “eeyyama malee” walgahii akka hin gaggeessine ajaja dabarsan
Finfinnee, Hagayya 21/2024 – Pireezidaantiin Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigraay Geetaachoo Raddaa qajeelfama bulchiinsota godinaafi aanaa naannicha keessa jiraniif dabarsaniin “walgahii…
Read More » - ODUU
Murni Geetaachoo Raddaan durfamu murteewwan kora TPLF 14ffaa dabarsu kamuu “fudhatama hin qabu” jedhe
Finfinnee, Hagayya 19/2024 – Korri Dura Taa’aa Itti Aanaa Adda Bilisummaa Uummata Tigraay (TPLF) fi Pirezidantii Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigraay…
Read More » - ODUU
Obbo Geetaachoo Raddaan yaa’ii TPLF gaggeessuuf karoorfame irratti akka hin hirmaanne ibsan
Finfinnee, Hagayya 09/2024 – Pireezidaantiin Bulchiinsa Yeroo Tigraay fi Itti aanaan Dura taa’aa Adda Bilisummaa Uummata Tigraay (TPLF) Geetaachoo Raddaa…
Read More » - ODUU
Qoqqoodiinsa hoggansa TPLF gidduu uumame fi malaammaltummaan rakkoo Tigraay hammeessaa jira – Geetaachoo Raddaa
Finfinnee, Adoolessa 30/2024 – Pireezidaantiin Bulchiinsa Yeroo Tigraay fi Itti aanaan Dura taa’aa TPLF Obbo Geetaachoo Raddaa hoggansa paartii isaanii…
Read More »