godina Booranaa
- ODUU
Booranatti ‘milishoonni lubbuu dargaggeessa tokko galaafatan, lama madeessaniiru’ – Jiraattota
Finfinnee, Fulbaana 21/2024 – Naannoo Oromiyaa godina Booranaa aanaa Miyootti Kamisa Fulbaana 19, 2024 galgala dhukaasa humnoonni nageenyaa konkolaachisoota motoraa…
Read More » - SEERA FI HAQA
Barattoonni 15 ol ji’oota lamaaf Shaashamanneetti hidhaman mana murtiitti hin dhiyaanne
Finfinnee, Adooleessa 25, 2024 – Barattoonni 15 ol magaala Shaashamanneetti ji’oota lamaa oliif hidhamanii argaman mana murtiitti hin dhiyaatiin jiraachuu…
Read More »