Haleellaa Diroonii
- SIYAASA
Oduu: Mootummaan diroonii fi boombii summii fe’ate ummata nagaa irratti dhukaasuun “yakka namummaa irratti” raawwateera: ABO
Finfinnee, Amajjii 24/2024 – Haleellaa diroonii dabalatee “tarkaanfiiwwan humnoonni nageenyaa mootummaa, naannoo Oromiyaa keessatti raawwatan” ammallee itti fufuun lubbuu namoota…
Read More » - GULAALLI
Gulaalli: Oromiyaa fi Amaaraa keessatti haleellaan diroonii lubbuu lammiilee nagaa hedduu galaafataa jira. Raayyaan Ittisaa of eeggannoo guddaa taasisuu qaba
Finfinnee, Amajjii 12/2024 – Itoophiyaa keessatti xiyyaara nama maleessa diroonii jedhamuun beekamu yeroo waraana Tigraay Sadaasa 2020 keessa eegalame. Yeroo…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Waldaan Guutuu Wangeelaa Itoophiyaa haleellaa Horroo Guduruutti miseensota isheerratti raawwatame balaaleeffatte
Finfinnee, Muddee 30/2023 – Waldaan Amantoota Guutuu Wangeelaa Itoophiyaa “haleellaa tasaa” fi ajjeechaa miseensota waldaa Guutuu Wangeelaa godina Horroo Guduruu…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Haleellaa Diroonii Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Kombolchaatti raawwatameen lubbuun namoota 8 darbe
Finfinnee, Muddee 26/2023 – Naannoo Oromiyaa godina Horroo Guduruu Wallaggaa aanaa Kombolchaa ganda Barrootti haleellaa diroonii kaleessa Wiixata Muddee 25,…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Naannoo Amaaraa godina Walloo Kibbaatti haleellaa Diroonii konkolaataa Ambulaansii irratti raawwatameen lubbuun namoota shan darbe
Finfinnee, Muddee 04/2023 – Naannoo Amaaraatti haleellaa meeshaalee waraana gurguddaa aanaalee hedduu keessatti raawwatameen lubbuun namoota nagaa yoo darbu, bu’uuraalee…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Haleellaa diroonii mootummaa naannoo Amaaraatti raawwateen lubbuun namoota 20 ol darbe; Mana barumsaa fi buufafata konkolaataa haleelamaniiru: UN
Finfinnee, Sadaasa 18/2023 – Haleellaa qilleensaa mootummaan naannoo Amaaraatti raawwateen lubbuun namoota 20 ol darbuu Komishiniin Mirga Namoomaa Dhaabbata Mootummoota…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Haleellaawwan Diroonii Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaalee Habaaboo Guduruu fi Kombolchaatti raawwatameen lubbuun namoota 12 ol darbuu himame
Finfinnee, Onkoloolessa 12/2023 – Naannoo Oromiyaa, Godina Horroo Guduruu Wallaggaa, Aanaalee Habaaboo Guduruu fi Kombolchaatti haleellaa qilleensaa/diroonii Sanbata fi Dilbata…
Read More »