IGAD
- SIYAASA
Oduu: Waliigalteen abbaa biyyummaa Somaaliyaa ilaallatu kamuu “eeyyama biyyattii irratti kan hundaa’e” ta’uu qaba: IGAD
Finfinnee, Amajjii 19/2024 – Dhimma waldhibdee tibbana Itoophiyaa fi Somaliyaa gidduu uumame fi waraana Sudaan irratti kaleessa Ugaandaatti walga’ii addaa…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Maayik Hamar waldhabdee Itoophiyaa fi Somaaliyaa gidduu jiru akkaataa mariin furamurratti dubbachuuf gara Finfinnee Kaampaalaa imalan
Finfinnee, Amajjii 18/2024 – Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Ameerikaa kan ta’an Maayik Hamar Amajjii 17 hanga Amajjii 24 bara 2024…
Read More » - ODUU
Oduu: Itoophiyaan walgahii IGAD waamerratti kan hin argamne ta’uu ibsite
Finfinnee, Amajjii 17, 2024 – Miniseerri Dhimma Alaa Itoophiyaa walgahii adda ta’e Moootummoonni Misoomaaf gamtoomanii (IGAD) Amajjii 18, 2024 qopheessee…
Read More » - ODUU
Oduu Ammee: IGAD nageenya naannichaa hordofaa jiraachuu ibsuun waldhabdeen Itoophiyaafi Somaaliyaa gidduu hokkora kaasuu danda’a jedhe
Finfinnee, Amajjii 03, 2024 – Barreessaan Mootummoota Misoomaaf Gamtoomanii (IGAD) Dr. Warqinaa Gabayyoo ibsa baaseen, taateen Itoophiyaafi Somaaliyaa gidduutti uumame…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Ajajaan Humna Saffisaa Sudaan Finfinnee galan; Mariin Jibuutiitti gaggeesuun karoorfame gara yeroo biraatti darbeera
Finfinnee, Muddee 28/2023 – Ajajaan Humna Saffisaa Sudaan (RSF) Jeneraal Mohaammad Hamdaan Daagaaloo “Heemeetii” har’a ganama magaalaa Finfinnee galaniiru. Jeneraalichi…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Qaamoleen Sudaan keessa walwaraanaa jiran waliigaltee dhukaasa dhaabuu mallatteessuuf waliigalan
Finfinnee, Muddee 11/2023 – Dura taa’aan Mana Maree Abbaa Biyyummaa Sudaan Abdal Fattaah Al-Burhaan fi hogganaan Humnoota Deeggarsa Saffisaa (RSF)…
Read More »