Itoophiyaa
- ODUU
Somaaliyaan dippilomaatiin Itoophiyaa ‘sa’aatii 72 keessatti biyyattii gadhiise akka bahu’ ajaja dabarsite
Finfinnee, Onkoloolessa 30/2024 – Ministeerri Dhimma Alaa Somaaliyaa dippilomaatiin Itoophiyaa tokko “hojii gahee dippilomaasii isaa waliin wal hin simne irratti…
Read More » - ODUU
Buqqaatonni magaalaa Dabra-Birhaan argaman rakkoo dhiyeessii nyaataa isaan mudachuu ibsan
Finfinnee, Onkoloolessa 29/2024 – Buqqaatonni Naannoo Oromiyaa Godina Wallagga Bahaa fi Shawaa Lixaa irraa buqqa’anii Naannoo Amaaraa magaalaa Dabra Birhaanitti…
Read More » - AF-GAAFFII
“Somaalilaand biyya kamiinuu waliin waliigaltee taasisuuf mirga qabdi” – Mohaammad Abdillaahi Omar, hogganaa paartii mormituu
Jalqaba bara 2024 Itoophiyaa fi Somaalilaand, kan mootummaan federaalaa Somaaliyaa akka qaama bulchiinsa ofiitti ilaalu, gidduutti waliigalteen wal-hubannaa mallattaa’uun Gaanfa…
Read More » - ODUU
Somaaliyaan biyyoota ergama nagaa kabachiisaa Gamtaa Afrikaaf loltoota gumaachan filachurratti ‘ofii nan murteessa’ jette
Finfinnee, Onkoloolessa 24/2024 – Ministeerri Dhimma Alaa Somaaliyaa ergama nagaa kabachiisaa Gamtaa Afrikaa dhufuuf biyyi kamtu loltoota gumaachuu danda’a kan…
Read More » - ODUU
Itoophiyaa fi Yunaayitid Kingidam ‘dhimma haala yeroo Galaana Diimaa fi tumsa ittisa shororkeessummaa’ irratti mari’atan
Finfinnee, Onkoloolessa 24/2024 – Dhaabbileen Tajaajila Tikaa Itoophiyaa fi Yunaayitid Kingidam ‘dhimma haala yeroo Galaana Diimaa, akkasumas haala shororkeessummaa fi…
Read More » - ODUU
Itoophiyaa fi biyyoonni loltoota gumaachan biroo ergama nagaa kabachiisaa Somaaliyaa haaraa keessa itti fufuuf fedhii qabaachuu ibsan
Finfinnee, Onkoloolessa 19/2024 – Itoophiyaa dabalatee Ministiroonni Ittisaa biyyoota Somaaliyaatti Ergama Ce’umsaa Gamtaa Afrikaa (ATMIS) irratti loltoota gumaachan biroo ergama…
Read More » - ODUU
Komishiniin Marii Biyyaleessaa naannolee Amaaraa fi Tigraay keessatti hojjachuuf rakkachuu ibse
Finfinnee, Onkoloolessa 18/2024 – Walitti bu’iinsa naannoo Amaaraa keessatti adeemsifamaa jiruufi haala yeroo naannoo Tigraay keessa jiru hojiisaa ulfaataa taasisuu…
Read More » - ODUU
‘Humnoonni nageenyaa Itoophiyaa baqattoota Sudaan irratti sarbama mirga namoomaa raawwatan’ – HRW
Finfinnee, Onkoloolessa 17/2024 – Baqattoota Sudaan naannoo Amaaraa keessatti qubatanii jiran irratti humnoonni nageenyaa mootummaa “sarbama mirga namoomaa raawwachaa jiru”…
Read More » - ODUU
Itoophiyaan madaallii bilisummaa interneetiin biyyoota Afrikaa keessaa sadarkaa gadi aanaa galmeessite
Finfinnee, Onkoloolessa 16/2024 – Dhaabbatni bilisummaa dimokraasii irratti hojjetu ‘Freedom House’ gabaasa bilisummaa intarneetii addunyaa kan bara 2024 baaseen, gama…
Read More »