KMNI
- ODUU
Oduu: Dhiibbaa mootummaa irraa kan ka’e “sirnaan” hojjechuu hin dandeenye: KMNI
Finfinnee Muddee 08, 2023 – Koreen Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa (KMNI) qormaata qaamolee mootummaa irraa na mudachaa jiru irraa kan ka’e hojii idilee sirnaan gaggeessuu rakkachaa…
Read More » - ODUU
Oduu: Naannoo Oromiyaatti sarbiinsi mirga namoomaa hammaachuu komishiniin mirga namoomaa ibse
Finfinnee, Muddee 06, 2023 – Komishinii Mirga Namoomaa Itoophiya (KMNI) naannoo Oromiyaa iddoolee garaagaraatti sarbiinsi mirga namoomaa “bal’aafi yaaddeessaa” ta’e…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Sababa waldhabdee Naannoo Amaaraatti itti fufee jiruun dubartootni 200 ta’an gudeedamuu KMNI ibse
Finfinnee, Onkoloolessa 30/2023 – Naannoo Amaaraatti Adoolessa 2023 irraa eegalee godinaalee hunda keessa waraanni meeshaa gurguddaa fi haleellaa dirooniin deeggarame…
Read More » - ODUU
Oduu: KMNI buqqaatonni tajaajila namoomaa gahaa hin arganne jedhe
Finfinnnee, Onkololeessa 23, 2023 – Buqqaatonni biyyattii keessatti argaman rakkoo siyaas-dinagdee garaagaraatiif saaxilamuu fi tajaajila namoomaa gahaa hin argatin jiraachuu…
Read More »