sarbiinsa mirga namoomaa
- ODUU
Naannoon Amaaraa “ajjeechaa gara jabinaa” hidhattoonni maanguddoota irratti raawwatan balaaleffate
Finfinnee, Adoolessa 24/2024 – Naannoo Amaaraa godina Goojjam Kaabaa aanaa Meeccaa Kibbaatti “hidhattoonni finxaaleeyyii” abbootii amantaa, jaarsolii biyyaa fi haadholii…
Read More » - ODUU
Godinaalee Gujii lamaanitti gudeeddii, ajjeechaa seeraan alaa dabalatee sarbiinsi mirga namoomaa hamaa raawwatameera: Qorannoo
Finfinnee, Waxabajjii 17/2024 – Dhaabbatni miti mootummaa Giddugala Guddina Mirgaa fi Dimokraasii (CARD) jedhamu haala qabiinsa mirga namoomaa godinaalee Gujii…
Read More » - ODUU
Itoophiyaatti bara 2023 keessa sarbiinsi mirga namoomaa dabaluu UN ibse; 70% kan ta’u humnoota mootummaatiin raawwatame jedhe
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2024 – Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Waajjira Komishinara Olaanaa Mirgoota Namoomaa (OHCHR) gabaasa tibbana baaseen akka jedhetti, Naannoolee Oromiyaafi…
Read More » - ODUU
Oduu: Qaamolee mirga namoomaa sarban irratti himanni akka banamu koreen haqa ce’umsaa gaafate
Finfinnee, Muddee 01, 2023 – Qaamoleen sarbiinsa mirga nanoomaa raawwatan irratti himanni seeraa akka banamu miseensonni koreen haqa ce’umsaa gaafatan.…
Read More » - ODUU
Oduu: Naannoo Oromiyaatti sarbiinsi mirga namoomaa hammaachuu komishiniin mirga namoomaa ibse
Finfinnee, Muddee 06, 2023 – Komishinii Mirga Namoomaa Itoophiya (KMNI) naannoo Oromiyaa iddoolee garaagaraatti sarbiinsi mirga namoomaa “bal’aafi yaaddeessaa” ta’e…
Read More »