Sidaamaa
- ODUU
Magaalaa Hawaasaatti hir’inni dhiyeessii boba’aa mudate, gabaa gurraachatti gatiin liitirii tokko 170 gale
Finfinnee, Sadaasa 14, 2024 – Magaala guddoo naannoo Sidaamaa Hawaasaatti hir’inni dhiyeessii boba’aa mudachuu hordofeen boba’aan gabaa gurraachaatti gatii ol…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Naannoo Sidaamaatti buufataalee poolisii 600 ol ijaaramaniif birrii miiliyoona 650 ol ummata irraa sassaabamuu ibsame
Finfinnee, Muddee 27/2023 – Naannoo Sidaamaatti waajjiraalee To’annoo fi Boobbii Poolisii 640 hirmaannaa uummataatin ijaaramaniif birrii miiliyoona 650 hawaasa irraa…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Oduu: Naannoo Sidaamaatti hanna xaa’oo irratti raawwatame kasaaraa birrii biiliyoona tokkoon tilmaamamu geessise
Finfinnee, Onkoloolessa 17/2023 – Naannoo Sidaamaatti namootni hanna xaa’oon shakkaman seeraan itti gaafatamaa akka jiran waajjirri bulchiinsa nageenyaa naannichaa beeksise.…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Oduu: Hojjettoonni mootummaa Naannoo Kibbaa duraanii 220 ol hojiitti ramadamuu dhabne jechuun komii dhiyeessan
Finfinnee, Onkoloolessa 10/2023 – Gaaffii uummataa yeroo dheeraaf ture bu’uura irraa deebi’uuf yaadamee Naannoon Saboota Sablammoota fi Uummattoota Kibbaa jedhamuun…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Paartii Federaalawaa Sidaamaa miseensonni isaa sadi seeraan ala hidhamuu ibse; Atattamaan akka hiikaman gaafate
Finfinnee, Onkoloolessa 04/2023 – Paartiin Federaalawaa Sidaamaa miseensota isaa sadi aanaa Beensaa magaalaa Daayeetti seeraa ala to’annoo jala ooluu ibse.…
Read More » - ODUU
Oduu: Naannoo Sidaamaatti hannaan walqabatee namoota 25 to’annoo jala oolu, hoggantoonni 10 aangoo irraa kaafamuu ibsame
Finfinnee, Hagayya 22/2023 – Naannoo Sidaamaatti hojimaata badaa fi hannaan walqabatee hoggantootni 10 aangoo isaanirraa kaafamuu fi namootni dabalataa 25…
Read More »