TPLF
- ODUU
Murni Geetaachoo Raddaan durfamu murteewwan kora TPLF 14ffaa dabarsu kamuu “fudhatama hin qabu” jedhe
Finfinnee, Hagayya 19/2024 – Korri Dura Taa’aa Itti Aanaa Adda Bilisummaa Uummata Tigraay (TPLF) fi Pirezidantii Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigraay…
Read More » - SIYAASA
Boordiin filannoo yaa’ii ABUT gaggeessuuf “beekamtii hin kennu” jedhe
Finfinnee, Hagayya 13, 2024 – Boordiin filannoo biyyaaleessaa yaa’ii Addi Bilisummaa Ummata Tigraay (ABUT) gaggeessuuf deemuufi murtii yaa’ichi dabarsuuf beekamtii…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Waldhabdee hooggansa ABUT gidduutti uumame hordofuun hiriirri mormiifi deeggarsaa dhorkame
Finfinnee, Hagayya 12, 2024 – Dura taa’aan Paartii Adda Bilisumma Ummata Tigraay (ABUT) Dabra Tsiyoon G/Mikaa’el (PhD) murtee boordiin filannoo…
Read More » - ODUU
TPLF “haala addaatin” galmaa’uu Boordiin Filannoo Biyyaalessaa beeksise
Finfinnee, Hagayya 10/2024 – Adda Bilisummaa Ummataa Tigraay “haala addaatiin” paartii siyaasaa ta’ee akka galmaa’u murtaa’uu Boordii Filannoo Biyyaalessaa beeksise.…
Read More » - ODUU
Obbo Geetaachoo Raddaan yaa’ii TPLF gaggeessuuf karoorfame irratti akka hin hirmaanne ibsan
Finfinnee, Hagayya 09/2024 – Pireezidaantiin Bulchiinsa Yeroo Tigraay fi Itti aanaan Dura taa’aa Adda Bilisummaa Uummata Tigraay (TPLF) Geetaachoo Raddaa…
Read More » - ODUU
Qoqqoodiinsa hoggansa TPLF gidduu uumame fi malaammaltummaan rakkoo Tigraay hammeessaa jira – Geetaachoo Raddaa
Finfinnee, Adoolessa 30/2024 – Pireezidaantiin Bulchiinsa Yeroo Tigraay fi Itti aanaan Dura taa’aa TPLF Obbo Geetaachoo Raddaa hoggansa paartii isaanii…
Read More » - ODUU
ABUT seenaasaa waggaa 50 keessatti amma “qormaata isa guddaa” keessa jiraachuu ibse
Finfinnee, Adoolessa 17/2024 – Addi Bilisummaa Ummata Tigraay (TPLF) walgahii hoggansaa guyyoota 11f gaggeessaa ture xumuruu hordofee ibsa baaseen, seenaa…
Read More »