UN
- ODUU
Masriin ‘gocha Afrikaa tasgabbii dhabsiisuu irraa akka of qusattu’ Itoophiyaan hubachiiste
Finfinnee, Fulbaana 30/2024 – Masriin ejjennoo mirga Itoophiyaan qabeenya uumamaa isheetin fayyadamuun misoomuuf qabdu dhiibuu agarsiisaa jirtu fi “gocha Afrikaa…
Read More » - ODUU
Itoophiyaan yaa’ii UN irratti ‘himannaa bu’uura hin qabne’ Somaaliyaan dhiyeessitu balaaleeffate
Finfinnee, Fulbaana 28/2024 – Ministirri Dhimma Alaa Itoophiyaa Taayyee Atsiqasillaaseen himannaa Somaaliyaan waliigaltee wal-hubannaa Itoophiyaa fi Somaalilaand irratti dhiheessitu ”bu’uura…
Read More » - ODUU
Oromiyaatti buqqaatonni miliyoona 1 ol ammallee gara qe’ee isaaniitti akka hin deebine UN ibse
Finfinnee, Adoolessa 16/2024 – Naannoo Oromiyaa keessatti lammiileen sababa walitti bu’iinsaa fi hongeetin qe’ee isaanii irraa buqqa’an keessaa kuma 37…
Read More » - ODUU
Itoophiyaatti bara 2023 keessa sarbiinsi mirga namoomaa dabaluu UN ibse; 70% kan ta’u humnoota mootummaatiin raawwatame jedhe
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2024 – Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Waajjira Komishinara Olaanaa Mirgoota Namoomaa (OHCHR) gabaasa tibbana baaseen akka jedhetti, Naannoolee Oromiyaafi…
Read More » - ODUU
Itoophiyaatti baatii darbe keessa qofa namoonni 764 dhibee busaan du’an – UN
Finfinnee, Bitootessa 27/2024 – Itoophiyaatti baatii Guraandhala keessatti qofa namoonni 764 dhibee busaan du’uu Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Qindeessaa Dhimmoota Gargaarsa…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Itoophiyaan haasawaa Ergamaan Addaa Somaaliyaa Mana Maree Nageenyaa UN’tti taasisan akka ishee gaddisiise ibsite
Finfinnee, Guraandhala 22/2024 – Guyyoota muraasa dura Mana Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti argamuun ejjennoo mootummaa isaanii kan dhageessisan UN’tti…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Pireezidaantiin Somaaliyaa dhimma waliigaltee Itoophiyaa fi Somaalilaand ilaalchisee yaada kennan “of eeggannoodhaan kan guutame” ta’uu qaba – UN
Finfinnee, Guraandhala 20/2024 – Manni Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii walgahii kaleessa galgala gaggeesseen, Somaaliyaatti Bakka Buutuu Addaa Barreessaa Olaanaa…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Oduu: UN fi KMNI Itoophiyaan haqaa ce’umsaa keessatti mala miidhamaa giddugaleessa godhate akka hordoftu dhaaman
Finfinnee, Muddee 29/2023 – Komishiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa fi Waajjirri Komishinara Olaanaa Mirgoota Namoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii (UNHCR) argannoowwan marii…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Oduu: Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii wixinee labsii maallaqaafi gibiraa 9 raggaasise
Finfinnee Sadaasa 23, 2023 – Dhaabbata Mootumoota Gamtoomaniitti Koreen dhimma faayinaansiifi dinagdee kan Koree Lammataa (Second Committee) jedhamuun beekamu wixinee…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Haleellaa diroonii mootummaa naannoo Amaaraatti raawwateen lubbuun namoota 20 ol darbe; Mana barumsaa fi buufafata konkolaataa haleelamaniiru: UN
Finfinnee, Sadaasa 18/2023 – Haleellaa qilleensaa mootummaan naannoo Amaaraatti raawwateen lubbuun namoota 20 ol darbuu Komishiniin Mirga Namoomaa Dhaabbata Mootummoota…
Read More »