Weerara Busaa
- ODUU
Wallagga Lixaatti weerarri dhibee busaa akka haaraatti mudate lubbuu namootaa galaafate
Finfinnee, Waxabajjii 15/2024 – Naannoo Oromiyaa godina Wallagga Lixaatti waqtiin gannaa eegaluun walqabatee weerara dhibee busaa akka haaraatti mudateen torban…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Seenessa: Godinaalee Wallagga Lixaa, Qeellamitti dhibee busaatiin lubbuun namootaa darbuun itti fufe
Abdii Biyyansaa @ABiyenssa Finfinnee, Sadaasa 30, 2023 – Oromiyaa godina Wallaggaa Lixaa aanaa Qondaalaa keessa kan jiraatu Obbo Tolasaan, dhiheenya kana sababa…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Oduu: Lixa Oromiyaatti lakkoofsi namoota weerara busaatin du’an “kan gabaafamaa jiru irraa baay’ee olaanaadha” – WHO
Finfinnee, Sadaasa 16/2023 – Waldaan Haakiimota Oromiyaa (WHO), hawaasa Lixa Oromiyaatti weerara busaa hamaan miidhamaa jiruuf tajaajila eegumsa fayyaa hatattamaa…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Oduu: Oromiyaa keessatti namootni sababa weerara dhibee busaan baatilee sadi keessa du’an 180 darbeera: UN
Finfinnee, Sadaasa 01/2023 – Oomishni waqtii Arfaasa bara 2015 ALI gadi bu’uun walqabatee aanaalee Oromiyaa 50 keessatti hir’inni miidhaan nyaataa…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Xiinxala Oduu: Weerarri dhibee Busaa Lixa Oromiyaatti lubbuu namootaa galaafachuu itti fufeera; Jiraattota fi ogeeyyiin fayyaa xiyyeeffannoo guddaa akka laatamuuf gaafatan
Abdii Biyyansaatiin @ABiyenssa Finfinnee, Onkoloolessa 18/2023 – Godinaalee Lixa Oromiyaa, keessattuu Godina Wallagga Lixaa fi Qeellam Wallaggaa keessatti weerarri dhibee…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Oduu: Hongee fi weerara dhibeewwan Oromiyaa keessatti hammaateen jiraattonni beela fi du’aaf saaxilamaa jiraachuu UN ibse
Finfinnee, Onkoloolessa 11/2023 – Naannoo Oromiyaa keessatti sababa hongee fi weerara dhibee Busaa fi Kooleeraatiin walqabatee jiraattonni beela fi du’aaf…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Oduu: Weerarri dhibeewwanii fi rakkoo hanqina nyaataa Lixa fi Kibba Lixa Oromiyaatti mudate birmannaa qaamolee keessaa fi alaa barbaada – ABO
Finfinnee, Onkoloolessa 03/2023 – Lixa Oromiyaa Godinaalee Wallagga Lixaa, Qeellam Wallaggaa fi Horroo Guduruu Wallaggaa, akkasumas Kibba Lixa Oromiyaa Godinaalee…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Oduu: Lixa Oromiyaatti weerara Busaatin dararamaa kan jiru hawaasni Aanaa Beegii hanqinni nyaataa rakkoo dabalataa itti ta’uu himame
Finfinnee, Fulbaana 30/2023 – Weerara dhibee Busaa godinaalee Lixa Oromiyaa keessatti ji’a sadan darban keessa babal’achaa jiru ammallee hammaatee jira.…
Read More »