ODUU
Raayyaan Ittisaa yaalii haleellaa humnoota Faannoo jeneraala olaanaa Tigraayiin deeggarame fashaleessuun “barbadeesse” jedhe
Finfinnee, Bitootessa 22/2025 – Raayyaan Ittisa Itoophiyaa haleellaa qindaa’aa humnoonni hidhattoota Faannoo maqaa “Duula Tokkummaa”…
ODUU
Itoophiyaan Galaana Diimaaf jettee Eertiraa weeraruuf fedhii hin qabdu; Galaanni Diimaa Itoophiyaaf “dhimma jiraachuuti” – MM Abiy
Finfinnee, Bitootessa 20/2025 – Ministirri Muummee Abiy Ahimad har’a Bitootessa 20, 2025 Mana Maree Bakka…
ODUU
Bulchiinsi Yeroo Tigraay hanga filannoo dhufutti akka turuu fi jijjiirama hoggansaa jiraachuu akka malu MM Abiy dubbatan
Finfinnee, Bitootessa 20/2025 – Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa har’a Bitootessa 20, 2025 bakka Ministira…
ODUU
Tigraay keessatti muddama dabalaa dhufeen murni Dabratsiyoon waajjira kantiibaa fi FM Maqalee 104.4 to’ate
Finfinnee, Bitootessa 14/2025 – Bulchiinsa Yeroo Tigraay fi ajajoota waraanaa Adda Bilisummaa Ummata Tigraay (ABUT)…
ODUU
“Qaamolee jeequmsa Tigraay irraa bu’aa arganna jedhan keessaa tokko mootummaa Eertiraadha” – Geetaachoo Raddaa
Finfinnee, Bitootessa 13/2025 – Pireezidaantiin Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigraay Obbo Geetaachoo Raddaa haala yeroo naannichaa…
ODUU
Bulchiinsi Yeroo Tigraay mootummaan federaalaa “gargaarsa barbaachisaa” akka godhuuf gaafate
Finfinnee, Bitootessa 12/2025 – Bulchiinsi Yeroo Naannoo Tigraay murni humna waraana Tigraay keessa jiru Waliigaltee…
ODUU
Itoophiyaa fi Eertiraa gidduu “waraanni waan hin oolle fakkaata” – Lt. Jeneraal Tsaadiqaan Gabratinsaa’ee
Finfinnee, Bitootessa 11/2025 – Pirezidaantii Itti aanaan Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigraay Leetenaant Jeneraal Tsaadiqaan Gabratinsaa’een,…
ODUU
Hojjettoonni Yuunivarsiitii Hawaasaa 750 ol hojiirraa akka ari’aman murteeffamuu fi hidhaan hojjettoota 5 komii kaase
Finfinnee, Bitootessa 07/2025 – Hojjettoonni Yunivarsiitii Hawaasaa waggoota kudha shanii oliif waldaan gurmaa’anii hojjachaa turan…
ODUU
Hongee Aanaa Fantaalleetti ji’oota sadi ol tureen hawaasni Karrayyuu rakkoo ulfaataaf saaxilamuu jiraattonni himan
Ramadaan Hajjiitiin @Ramadanhaj86817 Finfinnee, Bitootessa 04/2025 – Naannoo Oromiyaa godina Shawaa Bahaa aanaa Fantaallee gandoota…
ODUU
“Shaabiyaan dachee Tigraay keessa jira; daangaa biyya keenya irraa bahuu qaba” – Aanga’aa Itoophiyaa
Finfinnee, Guraandhala 28/2025 – Waraanni Eertiraa ammallee lafa Tigraay gar-tokkoon to’atee jiraachuu Ministirri Jallisii fi…
ODUU
Itoophiyaa fi Somaaliyaa waliigaltee ajajoota waraanaa biyyoota lamaan gidduu irra gahame jajatan
Finfinnee, Guraandhala 27/2025 – Mootummoonni Somaaliyaa fi Itoophiyaa wal-hubannoon ajajoota Raayyaa Ittisa Somaaliyaa fi Raayyaa…
ODUU
Haleellaa hidhattoonni Keeniyaa naannawa daangaa Itoophiyaatti raawwataniin lammiileen Itoophiyaa 13 ajjeefaman
Finfinnee, Guraandhala 24/2025 – Godina Oomoo Kibbaa aanaa Daassanach, naannawa daangaa Itoophiyaa fi Keeniyaatti, walitti…
ODUU
WBOn “bulchiinsa mootummaa ce’umsaa jalatti daangaa Oromiyaa akka tiksu” haala mijeessuuf ABO fi KFO amaanaa fudhatan
Finfinnee, Guraandhala 24/2025 – Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) fi Kongirasii Federaalistii Oromoo (KFO) dabalatee jilli…
ODUU
Eertiraan himata Pireezidaantii Itoophiyaa duraanii haalte; Itoophiyaan “madda rakkoowwan Gaanfa Afrikaati” jette
Finfinnee, Guraandhala 19/2025 – Ministeerri Odeeffannoo Eertiraa ibsa baaseen himannaa Pirezidaantii Itoophiyaa duraanii Mulaatuu Tashoomaa…
ODUU
Pireezidaantiin Itoophiyaa duraanii “Isaayyaas Afwarqiin kaaba Itoophiyaatti walitti bu’iinsa haaraa kakaasuuf jira” jechuun himatan
Finfinnee, Guraandhala 18/2025 – Pireezidaantiin Itoophiyaa duraanii Mulatuu Tashoomaan, Pireezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afwarqii Waliigaltee Piriitooriyaa…
ODUU
‘Mootummaan biyyatti akkan hin seenne dhorkee qabeenya koo fudhachuuf qophaa’aa jira’ – Lidatuu Ayyaalew
Finfinnee, Guraandhala 17/2025 – Tibbana Ameerikaa irraa Daandii Xiyyaaraa Itoophiyaatiin imalli gara biyyaatti taasisuuf ture…
ODUU
Boordiin Filannoo ABUT ji’oota sadiif sochii siyaasaa kamiyyuu irratti akka hin hirmaanne dhorke
Finfinnee, Guraandhala 13/2025 – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaa, Addi Bilisummaa Ummata Tigraay ji’oota sadiif sochii…
ODUU
Mootummaan namoota kirkira lafaan qe’eerraa buqqa’an bakka biraatti jijjiiruuf yaalus horsiisee bultoonni didan
Finfinnee, Guraandhala 11/2025 – Kirkira lafaa irra deddeebiin naannoo Affaar godina Awaash Fantaallee keessatti mudate…
ODUU
Gargaarsi USAID addaan cituun hojjettoota dhaabbilee siivilii hedduu irratti yaaddoo hojii dhabuu uumuu manni marichi ibse
Yisaaq Indiriis @Yishak_Endris Finfinnee, Guraandhala 07/2025 – Dhaabbatni Gargaarsa Idil addunyaa Ameerikaa (USAID) deeggarsa kennu…
ODUU
Mootummaan Keeniyaa hidhattoota WBO irratti ‘oppireeshinii nageenyaa addaa’ eegaluu ibse
Finfinnee, Guraandhala 04/2025 – Tajaajilli Poolisii Biyyaalessaa Keeniyaa qaama ittisa yakkoota daangaa ce’an hojjechaa jiruun…
ODUU
Naannoo Affaaritti haleellaa diroonii “mootummaan Jibuutii raawwateen” namoonni saddeeti ol ajjeefaman
Finfinnee, Guraandhala 01/2025 – Naannoo Affaar aanaa Elida’aar ganda Siyaaruu, naannawa daangaa Itoophiyaa fi Jibuutiitti…
ODUU
Somaaliyaa bulchiinsa Puuntlaanditti lammiileen Itoophiyaa sadi “qaamolee nageenyaa fi uummataan” ajjeefaman
Finfinnee, Amajjii 29/2025 – Kaaba Baha Somaaliyaa bulchiinsa Puuntlaanditti guyyoota lama keessatti lammiileen Itoophiyaa sadi…
ODUU
Miseensota tuuta Gadaa Karrayyuu guyyootaaf hidhamanii achi buuteen isaanii dhabamee ture gadhiifaman
Finfinnee, Amajjii 28/2025 – Naannoo Oromiyaa godina Shawaa Bahaa aanaa Fantaalleetti miseensota tuuta Gadaa Karrayyuu…
XIINXALA ODUU
Achi buuteen miseensota tuuta Gadaa Karrayyuu guyyoota dura hidhaman dhabamuun maatii fi hawaasa biratti yaaddoo uume
Finfinnee, Amajjii 24/2025 – Naannoo Oromiyaa godina Shawaa Bahaa aanaa Fantaalleetti dhimma miseensota tuuta Gadaa…
XIINXALA ODUU
Namoonni sababa kirkira lafaatiin naannoo Affaarii buqqa’an gaaga’ama namoomaaf saaxilaman
Yisaaq Indirisiin @Yishak_Endris Finfinnee, Amajjii 16, 2025 – Jiraattonni naannoo Affaar sababa kirkira lafaatiin qe’ee isaanirraa…
XIINXALA
Bifoota piroojektii kooridarii Finfinnee lamaan; Seenaawwan jijjiiramaa fi buqqa’iinsaa
Yisaaq Indiriis @Yishak_Endris Finfinnee, Amajjii 13/2025 – Ji’oota sagal darbaniif magaalaa Finfinneetti hojiin misooma kooridarii…
ODUU
Aksumitti barattoonni Muslimaa hijaaba dhorkamuun galmeen qormaata biyyoolessaa jalaa darbuu himan
Finfinnee, Amajjii 11/2025 – Barattoonni Muslimaa kutaa 12ffaa Naannoo Tigraay magaalaa Aksum keessa jiran bulchiinsi…
ODUU
Hojjattoonni Warshaa Sukkaara Finca’aa 200 ol ‘mana murtii osoo hin dhiyaatiin’ ji’a tokko oliif hidhamanii argamu
Finfinnee, Amajjii 09/2025 – Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti hojjettoonni Warshaa Sukkaara Finca’aa 200 ol ta’an…
ODUU
Itoophiyaatti gatiin beenzila yeroo jalqabaatif birrii 100 caale; gatiin naafxaa fi keeroosinii 10% dabaleera
Finfinnee, Amajjii 08/2025 – Mootummaan gatii gurgurtaa oomishaalee boba’aa irratti sirreeffama taasisuu hordofee, gatiin beenzilaa…
ODUU
Kirkira lafaa tibbana Awaash Fantaalleetti mudachaa jiru manneen 30 ol jigse, kumaatamni qe’ee irraa buqqa’aniiru
Finfinnee, Amajjii 02/2025 – Sababa kirkira lafaa tibbana naannoo Affaar, Awaash Fantaalleetti irra deddeebiin mudateen…
ODUU
Adaamaatti hanqinni boba’aa mudate gabaa gurraachaaf karaa saaqe, gatiin boba’aa daran dabale
Finfinnee, Muddee 30/2024 – Konkolaachiftoonni Naannoo Oromiyaa magaalaa Adaamaa keessatti argaman magaalattii keessatti hanqina boba’aa…
ODUU
Yuunivarsitiileen “hojii milkaa’inaa” hin galmeessifne itti fufuu akka hin dandeenye ministeerri barnootaa beeksise
Finfinnee, Muddee 26, 2024 – Yuunivarsitiilee biyya keenyaa keessaa kan “hojii milkaa’ina qabu” hin galmeessifne…
ODUU
Oduu: Ministeerri dhimma alaa Itoophiyaa himanni Somaaliyaan Itoophiyaarratti bante “sobadha” jedhe
Finfinnee, Muddee 24, 2024 – Ministeerri Dhimma Alaa Itoophiyaa himata mootummaan Somaaliyaa humna nageenyaa Itoophiyaarratti…
ODUU
‘Mootummaan uummata gidduu walshakkii uumuun walitti bu’iinsaaf kakaasaa jira’ – Paartilee Mormitootaa
Finfinnee, Muddee 20/2024 – Paartileen siyaasaa mormitootaa jaha haala yeroo biyyattii ilaalchisee ibsa waloo baasaniin,…
ODUU
Paarlaamaan labsii baankonni biyya alaa damee faayinaansii Itoophiyaatti akka seenan hayyamu raggaasise
Finfinnee, Muddee 17/2024 – Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa walga’ii idilee 11ffaa har’a gaggeesseen labsii…
ODUU
Pireezidantiin Turkiyee Erdohaan jalqaba bara 2025tti Itoophiyaa fi Somaaliyaa daawwachuufi
Finfinnee, Muddee 16/2024 – Torban darbe dureewwan Itoophiyaa fi Somaaliyaa Ankaaraatti mariisisanii kan araarsan Pirezidaantiin…
ODUU
Itoophiyaa fi Somaaliyaa “garaagarummaa fi dhimmoota falmisiisaa gidduu isaanii jiran dhiisuuf” waliigalan
Finfinnee, Muddee 12/2024 – Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahimad fi Pireezdaantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Mohaammad…
ODUU
Aanaa Sulultaatti haleellaa hidhattoonni WBO raawwataniin Ajajaa Poolisii aanichaa dabalatee namoonni lama ajjeefaman
Finfinnee, Muddee 11/2024 – Naannoo Oromiyaa godina Shawaa Kaabaa aanaa Sulultaatti haleellaa hidhattoonni Waraana Bilisummaa…
ODUU
Naannoo Oromiyaatti daa’ima ganna 11 dabalatee namoonni hedduun humnaan “leenjii waraanaaf” qabamuu KMNI ibse
Finfinnee, Muddee 06/2024 – Naannoo Oromiyaatti aanga’oota fi qaamoleen nageenyaa daa’immanii fi dhukkubsattoota sammuu dabalatee…
ODUU
Obbo Taayyee Danda’aan hidhaa waggaa tokko booda gadhiifamanii maatii isaanitti makaman
Finfinnee, Muddee 05/2024 – Hidhaa waggaa tokko booda mana hidhaa Qilinxoo irraa yeroo bahuuf jedhan…
ODUU
Mootummaan waliigaltee booda ‘hidhattoonni WBO galaa jiru’ jedhe; WBOn gabaasa mootummaa kuffise
Finfinnee, Muddee 04/2024 – Mootummaan Naannoo Oromiyaa garee Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) irraa adda bahuu…
ODUU
Obbo Taayyee Danda’aa wabiidhaan akka gadhiifaman murtaa’e
Finfinnee, Muddee 02/2024 – Deetaa Ministeera Nagaa duraanii Taayyee Danda’aa wabiidhaan akka gadhiifaman Manni Murtii…
ODUU
Hanqina boba’aa naannoo Amaaraatti mudate konkolaachiftoonni torbanitti altokko qofa akka guuttatan taasise
Finfinnee, Sadaasa 28, 2024 – Hir’ina boba’aa naannoo Amaaraa keessatti mudateen walqabatee qajeelfama baheen konkolaachiftoonni…
ODUU
Jiraattonni Aanaa Darraa ajjeechaafi dararaa irra gahaa jiru miidiyaatti himatan 16 hidhamuu maatiin himan
Finfinnee, Sadaasa 25/2024 – Naannoo Oromiyaa godina Shawaa Kaabaa aanaa Darraatti jiraattonni 16 ajjeechaa gara…
XIINXALA
Aanaa Darraatti ajjeechaan suukaneessaa dargaggeessa tokko dheekkamsa kaase; Ji’oota afur keessatti namoonni 43 ol ajjeefamaniiru
Finfinnee, Sadaasa 21/2024 – Tibbana viidiyoon dargaggeessa hidhattootaan albeedhaan mormi irraa muramuu agarsiisu miidiyaa hawaasaa…
ODUU
Oromiyaatti taateen namoota humnaan ukkaamsanii leenjii waraanaatti erguun dabaluu jiraattonni himan
Finfinnee, Sadaasa 20, 2024 – Naannoo Oromiyaa magaalota hedduu keessatti taateen namoota fedhii isaanii malee…
XIINXALA ODUU
Markaatootti to’annoo nagaheen walqabatee suuqonni cufamuun galii guyyaa namoota hedduu addaan cite
Yisaaq Indiriis @Yishak_Endris Finfinnee, Sadaasa 19/2024 – Giddugala gabaa magaalaa Finfinnee kan ta’e Markaatootti suuqiiwwanii…
ODUU
Mootummaan hiriira uummataa Oromiyaa keessa gaggeeffame ‘qaama mootummaatin qindaa’e’ jedhamuu haale
Finfinnee, Sadaasa 15/2024 – Naannoo Oromiyaa godinaalee garaagaraa keessatti hiriirri waamicha nageenyaa kaleessaafi har’a gaggeeffame…
ODUU
Aanaa Amuruutti namoonni 130 ol ‘WBO keessa miseensa maatii qabdu’ jedhamanii ji’a torbaa oliif hidhamuu maatiin himan
Finfinnee, Sadaasa 14/2024 – Naannoo Oromiyaa godina Horroo Guduruu Wallaggaa aanaa Amuruutti namoonni nagaa 130…
ODUU
Gulaalliin CPJ waggoota 5 darban walabummaan miidiyaa Itoophiyaa keessa jiru gadi bu’uu ifoomse
Finfinnee, Sadaasa 12, 2024 – Koreen mirga gaazexeessitootaaf falmu (CPJ) jedhamu Itoophiyaa keessatti walabummaan miidiyaa…
ODUU
Oromiyaatti qonnaan bultoota fi hojjettoonni mootummaa ‘deeggarsa milishaaf’ birrii akka buusan dirqisiifamaa jiraachuu himan
Finfinnee, Sadaasa 09/2024 – Naannoo Oromiyaatti qonnaan bultoota, hojjettoota mootummaa dabalatee jiraattonni deeggarsa sagantaa nyaata…
XIINXALA
“Guyyaatti al-tokko yeroon itti nyaadhu hedduudha”: Finfinneetti daballiin taarifa geejjibaa qaala’insa jireenyaa hammeesse
Yisaaq Indriis @Yishak_Endris Finfinnee, Sadaasa 06/2024 – “Ciree fi laaqana osoo hin nyaatin oolee hojiidhaa…
ODUU
Itoophiyaan Galaana Diimaa irratti “dantaa biyyaalessaa hin raafamne” akka qabdu MM Abiy Ahimad ibsan
Finfinnee, Onkoloolessa 31/2024 – Ministirri Muummee Abiy Ahimad har’a Onkoloolessa 31, 2024 Mana Maree Bakka…
ODUU
Oduu: “Badhaadhinni hiyyeessa ni jaallata, ni deeggaraas; hiyyummaa irratti garuu haaloo baha” – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Onkoloolessa 31/2024 – Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa har’a Onkoloolessa 31, 2024 bakka Ministira…
ODUU
Somaaliyaan dippilomaatiin Itoophiyaa ‘sa’aatii 72 keessatti biyyattii gadhiise akka bahu’ ajaja dabarsite
Finfinnee, Onkoloolessa 30/2024 – Ministeerri Dhimma Alaa Somaaliyaa dippilomaatiin Itoophiyaa tokko “hojii gahee dippilomaasii isaa…
AF-GAAFFII
“Somaalilaand biyya kamiinuu waliin waliigaltee taasisuuf mirga qabdi” – Mohaammad Abdillaahi Omar, hogganaa paartii mormituu
Jalqaba bara 2024 Itoophiyaa fi Somaalilaand, kan mootummaan federaalaa Somaaliyaa akka qaama bulchiinsa ofiitti ilaalu,…
ODUU
Somaaliyaan biyyoota ergama nagaa kabachiisaa Gamtaa Afrikaaf loltoota gumaachan filachurratti ‘ofii nan murteessa’ jette
Finfinnee, Onkoloolessa 24/2024 – Ministeerri Dhimma Alaa Somaaliyaa ergama nagaa kabachiisaa Gamtaa Afrikaa dhufuuf biyyi…
XIINXALA
Walitti bu’iinsi godinaalee Gujii lamaanitti itti fufee jiru dhiittaa mirga namoomaa bal’aa hordofsiise
Finfinnee, Onkoloolessa 18/2024 – Naannoo Oromiyaa walitti bu’iinsa Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) fi humnoota mootummaa…
ODUU
Godina Arsiitti namoonni torba ‘humnoota mootummaatin ajjeefamuu’ maatii fi jiraattoonni himan
Finfinnee, Onkoloolessa 16/2024 – Godina Arsii aanaa Roobee Diida’aa ganda Sadiqaa Qarsaatti Onkoloolessa 10, 2024…
ODUU
‘Mootummaan WBO Zoonii Giddugaleessaa waliin mari’achuuf qophiidha’ – PMNO Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Onkoloolessa 11/2024 – Pirezidaantiin Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaa, mootummaan jaarmiyaa hidhattootaa Waraana Bilisummaa Oromoo…
ODUU
Pirezidaantiin Masrii gaggeessitoota Eertiraa fi Somaaliyaa waliin ‘marii gam-sadee gaggeessuuf’ Asmaraa galan
Finfinnee, Onkoloolessa 10/2024 – Pirezidaantii Masrii Abdal Fattaah al-Siisiin, pirezidaantii Eertiraa Isaayyaas Afawarqii fi pirezidaantii…
ODUU
Lammiileen Itoophiyaa Libaanos keessa jiran yaaddoon nageenyaa dabaluu himan
Finfinnee, Onkololeessa 09, 2024 – Haleellaa humni waraanaa Israa’eel Libaanos irratti gaggeessaa jiru hordofee yaaddoon…
ODUU
Daballiin gatii boba’aa qaala’insa jireenyaa hammeessuu akka danda’u ogeeyyii fi bitattoonni akeekan
Finfinnee, Onkololeessa 09/2024 – Gatii boba’aa irratti daballii mootummaan yeroorraa gara yerootti taasisaa jiruun, gatiin…
AADAA FI AARTII
Andoodee Tumaa: Lafa Seerri Gadaa itti lallabamu garuu ilaalchaa fi kunuunsa dhabe
Alamaayyoo Dirootin Finfinnee – Baatilee Fulbaanaa fi Onkoloolessa wayita Ayyaana Irreechaa guutummaa Oromiyaa keessatti kabajaa…
ODUU
WBOn qoqqoodinsa keessoo jiraachuu haale; ‘Sanyii Nagaasaan ji’oota dura ari’ameera’ jedhe
Finfinnee, Fulbaana 30/2024 – Ajajni Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Giddugaleessaa Sanyii Nagaasaan durfamu jaarmiyaa hidhattootaa…
XIINXALA
Masriin waldhabdee Itoophiyaa fi Somaaliyaa keessa maaliif harka galfatte?
Finfinnee, Fulbaana 24/2024 – Jalqaba bara 2024 keessa taateen siyaasaa rakkoo bal’aa qaqqabsiise Gaanfa Afrikaatti…
ODUU
Masriin si’a lammataaf meeshaalee waraanaa gurguddoo gara Somaaliyaa ergite
Finfinnee, Fulbaana 23/2024 – Dooniin fe’umsa waraanaa Masrii kaleessa Fulbaana 22, 2024 meeshaalee waraanaa gurguddoo…
ODUU
Baqattoonni Itoophiyaa Masrii keessa jiraatan ‘hidhaa fi dararaan nutti hammaate’ jedhan
Finfinnee, Fulbaana 20/2024 – Dhimma Hidha Haaromsaa irratti waldhabdeen Masrii fi Itoophiyaa gidduu jiru wayita…
GULAALLI
Mirgi Abbayyaatti fayyadamuun Itoophiyaaf dhimma birmadummaati, biyyoota yaa’a lagichaa gidduu itti fayyadamni wal-qixaa fi madaalawaa ta’e jiraachuu qaba!
Finfinnee, Fulbaana 18/2024 – Lagni dheeraa addunyaa kan ta’e Abbayyaan biyyoota Afrikaa hedduu keessa qaxxaamuruun…
XIINXALA
Hiraarsa qonnaan bultoota godina Horroo Guduruu Wallaggaa fedhii isaanii malee leenjii Gaachana Sirnaa fudhachuuf dirqaman
Finfinnee, Fulbaana 13/2024 – Dachaasaa Gurmuun (yaaddoo nageenyaatiif jecha maqaan kan jijjirame) qonnaan bulaa naannoo…
ODUU
Manneen barnoota Oromiyaa 553 barataa tokkoyyuu hin dabarsine: Ministeera Barnootaa
Finfinnee, Fulbaana 09/2024 – Firiin qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa kan bara 2016 ALI har’a ifoomuu…
ODUU
“Qaamni Itoophiyaa tuquu barbaadu kamuu si’a kudhan itti yaaduu qaba” – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Fulbaana 08/ 2024 – Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahimad “biyyi kamiyyuu yeroo Itoophiyaa tuquu…
ODUU
Hoggantoonni ABO waggoota afur oliif ajaja mana murtii malee hidhamanii turan hiikaman
Finfinnee, Fulbaana 05/2024 – Hoggantoonni olaanoo Addi Biisummaa Oromoo (ABO) torba waggoota afur oliif ajaja…
ODUU
Naannoo Oromiyaatti gurmaa’insa caasaa bulchiinsa gandaa “erga bara 1967 as isa guddaadha” jedhame hojiirra oole
Finfinnee, Fulbaana 03/2024 – Naannoo Oromiyaatti “rakkoo kenna tajaajilaatiin walqabatu furuufi hawaasni itti dhiheenyaan tajaajila…
ODUU
Masriin guutinsa bishaanii Hidha Haaromsaa “guutummaan guutuutti akka hin fudhanne” ibsite
Finfinnee, Fulbaana 02/2024 – Guutinsa marsaa shanaffaa Hidha Haaromsaa hordofee Masriin xalayaa Mana Maree Nageenyaa…
ODUU
‘Rakkoon Somaaliyaa nageenya Gaanfa Afrikaa booressuu hin qabu’- Itoophiyaa
Finfinnee, Hagayya 30/2024 – Itoophiyaan Ergamni Ce’umsaa Nagaa Kabachiisaa Gamtaa Afrikaa Somaaliyaatti bobba’e (ATMIS) Muddee…
ODUU
‘Qaamoleen kaan Gaanfa Afrikaa nagaa dhabsiisuuf yeroo socho’an callisee hin ilaalu’ – Itoophiyaa
Finfinnee, Hagayya 29/2024 – Mootummaan Itoophiyaa Ergama Ce’umsaa Nagaa Kabachiisaa Gamtaa Afrikaa Somaaliyaatti bobba’e (ATMIS)…
SEENESSA
‘Hidhannoon mudhiirraa na bu’ee hin beeku’ – Weellisaa Suutee Baarentoo
Geetahun Laggasaatin Finfinnee, Hagayya 24/2024 – Badhaasa Haacaaluu Hundeessaa marsaa sadaffaa barana Waxabajjii 29, 2024…