DHIMMA HAWAASAA
-
Oduu: Itoophiyaa, Somaaliyaafi keeniyaatti balaa lolaatiin lubbuun namoota 130 darbe
Finfinnee, Sadaasa 20, 2023 – Itoophiyaa, Somaaliyaafi keeniyaa ji’a Onkolooleessaatii asitti lubbuun namoota balaa lolaatiin darbee 130 gahuu dhaabbilee tolaooltummaa…
Read More » -
Oduu: Itoophiyaatti namoonni 760,000 ol ta’an balaa lolaa fi sigiga lafaan miidhamaniiru; lubbuun namoota 33 darbeera – UN
Finfinnee, Sadaasa 17/2023 – Itoophiyaa keessatti namoonni 763,100 ta’an sababa rooba cimaa, lolaa fi sigiga lafaatin miidhaa guddaa irraa gahuu…
Read More » -
Oduu: Lixa Oromiyaatti lakkoofsi namoota weerara busaatin du’an “kan gabaafamaa jiru irraa baay’ee olaanaadha” – WHO
Finfinnee, Sadaasa 16/2023 – Waldaan Haakiimota Oromiyaa (WHO), hawaasa Lixa Oromiyaatti weerara busaa hamaan miidhamaa jiruuf tajaajila eegumsa fayyaa hatattamaa…
Read More » -
Oduu: Dhaabbatni Gargaarsaa Ameerikaa baatii dhufu eegalee guutuu Itoophiyaa keessatti gargaarsa nyaataa dhiyeessuu eegaluufi
Finfinnee, Sadaasa 15/2023 – Dhaabbata gargaarsaa Ameerikaaa (USAID) Itoophiyaa keessatti gargaarsi sadarkaa biyyaatti miidhamtootaaf kennamaa ture kaayyoo hin yaadamneef akka…
Read More » -
Oduu: Itoophiyaan koolagaltoota simachuun Afrikaa keessaa sadaffaa taate
Finfinnee, Sadaasa 11, 2023 – Itoophiyaan koolagaltoota baay’inaan simachuun biyyoota Afrikaa keessaa sadaffaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti qindeessaan gargaarasa namoomaa (UNOCHA) beeksise.…
Read More » -
Oduu: Gamtaan Awurooppaa hojii namoomaa weerara Koleeraa Itoophiyaatti taasifamu deeggaruuf Yuuroo miiliyoona 1 kenne
Finfinnee, Sadaasa 10/2023 – Gamtaan Awurooppaa Itoophiyaatti Hagayya 2022 irraa eegalee lammiilee hedduu galaafachaa kan jiru weerara Koleeraan walqabatee gargaarsa…
Read More » -
Oduu: Warshaan Sukkaaraa Finca’aa rakkoolee garagaraa isa mudateen hanga ammaatti oomisha akka hin jalqabne hojjettootni himan
Abdii Biyyansaa @ABiyenssa Finfinnee, Sadaasa 09/2023 – Warshaalee Sukkaaraa Boordiin gaggeeffaman shan keessaa tokko kan ta’e Warshaan Sukkaaraa Finca’aa hanga…
Read More » -
Oduu: Warshaan Sukkaaraa Arjoo Dhidheessaa rakkoo nageenyaan hojii dhaabuuf ta’uu hordofee hojjettoota 1,800 ol rakkoof saaxilamuu himame
Geetahun Laggasaatin @Birmaduu2 Finfinnee, Sadaasa 07/2023 – Godina Wallagga Bahaa Aanaa Jimmaa Arjoo ganda Abootee Dhidheessaa keessatti kan argamu warshaan…
Read More » -
Oduu: Atileet Taammiraat Tolaa riikoordii haaraa galmeessuun maaraatoonii Niiw Yoork moo’ate
Finfinnee Sadaasa 06, 2023 – Atileetiin Itoophiyaa Taammiraat Tolaa fiigicha maaraatoonii Niiw Yoork riikoordii waggaa 12 ture cabsuun sa’aatii haaraa…
Read More »