DHIMMA HAWAASAA
-
Oduu: Baqattoonni lola Sudaan dheessuun gara Itoophiyaa galan 85,400 ol ta’uu UN beeksise
Finfinnee, Onkolooleessa 18, 2023 – Namoonni waraana Sudaan dheessuun gara Itoophiyaa galan 85,400 caaluu Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti qindeessaan dhimma baqattoota…
Read More » -
Oduu: Naannoo Sidaamaatti hanna xaa’oo irratti raawwatame kasaaraa birrii biiliyoona tokkoon tilmaamamu geessise
Finfinnee, Onkoloolessa 17/2023 – Naannoo Sidaamaatti namootni hanna xaa’oon shakkaman seeraan itti gaafatamaa akka jiran waajjirri bulchiinsa nageenyaa naannichaa beeksise.…
Read More » -
Oduu: Mootummaan Itoophiyaa ibsa “dadhabaa” gorsituun barreessaa olaanaa Ameerikaa baafte kuffise
Finfinnee, Onkolooleessa 12, 2023 – Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti ergamaan addaa Itoophiyaa ibsa gorsituun barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waldhabdee mootummaa fi…
Read More » -
Oduu: Hongee fi weerara dhibeewwan Oromiyaa keessatti hammaateen jiraattonni beela fi du’aaf saaxilamaa jiraachuu UN ibse
Finfinnee, Onkoloolessa 11/2023 – Naannoo Oromiyaa keessatti sababa hongee fi weerara dhibee Busaa fi Kooleeraatiin walqabatee jiraattonni beela fi du’aaf…
Read More » -
Oduu: Hojjettoonni mootummaa Naannoo Kibbaa duraanii 220 ol hojiitti ramadamuu dhabne jechuun komii dhiyeessan
Finfinnee, Onkoloolessa 10/2023 – Gaaffii uummataa yeroo dheeraaf ture bu’uura irraa deebi’uuf yaadamee Naannoon Saboota Sablammoota fi Uummattoota Kibbaa jedhamuun…
Read More » -
Oduu: Sagantaan Nyaata Addunyaa miidhaan nyaataa baqattootaaf raabsuu eegale
Finfinnee, Onkolooleessa 10, 2023 – Sagantaan Nyaata Addunyaa (World Food Program) baqattoota Itoophiyaa keessa jiran 90,000 ta’aniif tajaajila miidhaan nyaataa…
Read More » -
Oduu: Magaalaan haaraa Hidha Haaromsaa giddu galeessa godhatee akka hundeeffamu ibsame
Finfinnee, Onkoloolessa 09/2023 – Naannoo Beenishaangul Gumuz keessatti magaalaa hidha guddicha Haaromsa Itoophiyaa giddu galeessa godhate hundeeffamuuf ta’uu Ministirri Bishaanii…
Read More » -
Oduu: Ameerikaan gargaarsa nyaataa Itoophiyaatti addaan kutte turte baqattoota biyyoota ollaaf qofa kennuun akka eegaltu beeksiste
Finfinnee, Onkoloolessa 06/2023 – Dhaabbanni gargaarsaa Ameerikaa USAID baatii afur booda Itoophiyaaf gargaarsa nyaataa kennuu akka eegalu beeksise. Dhiyeessiin midhaan…
Read More » -
Oduu: Afaan Oromoo afaanota 133 Google galmeesse keessaa tokko ta’e
Geetahun Laggasaatiin @Birmaduu2 Finfinnee, Onkolooleessa 06, 2023 – Afaan Oromoo afaanota addunyaa irra jiran 7,000 ta’an keessaa afaanota 133 kan…
Read More »