DHIMMA HAWAASAA
-
Gamtaan Awurooppaa duula weerara Koleeraatiif miliyoona €1 ramaduu ibse
Finfinnee, Caamsaa 13, 2024 – Gamtaan Awurooppaa maallaqa gargaarsa namoomaa hatattamaa weerara Koleeraa too’achuuf godhamuuf oolu doolaara miliyoona tokko ramaduu…
Read More » -
Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii balaan lolaa rooba gannaa namoota 1,000,000 ol buqqisuu danda’a jedhe
Finfinnee, Ebla 27, 2024 – Roobni gannaa dhufu namoota 1,000,000 tokkoo ol qe’eerraa buqqisuu akka danda’u Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti qindeessaan…
Read More » -
Paartiin Sochii Biyyaalessaa Walaayittaa harkifannaa mindaa hojjattoota mootummaa yaadessaa ta’uu ibse
Finfinnee, Ebla 25, 2024 – Kafaltiin mindaa garmalee harkifataa ta’ee amansiisaa hin taane hojjattoota godina Walaayittaa mudachaa jiru sodaachisaa ta’uu…
Read More » -
Itoophiyaatti imaammata harka qalleeyyii irratti xiyyeeffatu akka barbaachisu Ameerikaa dabalatee biyyoonni 17 hubachiisan
Finfinnee, Ebla 11/2024 – Gargaarsi namoomaa Itoophiyaa keessatti gaggeeffamaa jiru galma karoorfameen akka gahuuf mootummaan Itoophiyaa imaammata jireenya harka qalleeyyii…
Read More » -
Naannoo Amaaraatti haleellaa Musliimota irratti raawwatamu dabalaa jiraachuu Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa naannichaa ibse
Finfinnee, Ebla 09/ 2024 – Naannoo Amaaraa iddoowwan garaa garaatti baatilee saddeet darban keessatti walitti bu’iinsa humnoota mootummaa fi hidhattoota…
Read More » -
Hojiin Finfinnee diiganii ijaaruu yeroo hin malletti, karoora malee hojjetamaa jiru harka qalleeyyiirratti dhiibbaa qaba. Yoo xiqqaate adeemsi isaa kabaja namummaa kan eege haa ta’u!
Finfinnee, Ebla 05/2024 – Qondaaltonni mootummaa biyya bulchaa jiran, hojiin misooma magaalaa Finfinnee yeroo ammaa kana hoggansa kantiibaa magaalattii Aadde…
Read More » -
Gareen al-Shabaab Oromiyaa godina Baalee keessa socho’aa jiraachuu, yaaddoo nageenyaa uumuu aanga’ootni waakkatan
Finfinnee, Ebla 01, 2024 – Garee al-Shabaab Naannoo Oromiyaa Godina Baalee keessa socho’aa jiraachuu fi namoota nagaa, hoggantootaa godinaa fi…
Read More » -
Walitti bu’iinsaa daangaa Somaaliifi Affaar qabbanaa’e
Finfinnee, Ebla 01, 2024 – Walitti bu’iinsi daangaarraa Somaaleefi Affaar gidduutti torban darbe mudatee ture deebi’ee qabbanaa’uu jiraattonni himan. Jiraataa…
Read More » -
‘Jaarraa Abbaa Gadaan mataansaa jaarmiyaa Oromooti’ – Jamaal Ahimad, bareesssaa kitaaba seenaa
Geetahun Laggasaatin @Birmaduu2 Finfinnee Bitootessa 30/ 2024 – Qabsaa’ota bilisummaa Oromoo angafoota keessaa tokko kan ta’an Abdulkariim Ibraahim Hamiid, baay’inaan…
Read More »