SEERA FI HAQA
-
Oduu: Naannoo Sidaamaatti hannaan walqabatee namoota 25 to’annoo jala oolu, hoggantoonni 10 aangoo irraa kaafamuu ibsame
Finfinnee, Hagayya 22/2023 – Naannoo Sidaamaatti hojimaata badaa fi hannaan walqabatee hoggantootni 10 aangoo isaanirraa kaafamuu fi namootni dabalataa 25…
Read More » -
Xiinxala: ‘Ajjeechaa seeraan alaa’ humnoota mootummaa ifatti raawwatan haguugame itti fufeera, dhabiinsi itti gaafatamummaa gaaffii kaase
Taateewwan humnootni nageenyaa mootummaa kaameraan osoo waraabamaa jiran lammiilee nagaa ajjeesan agarsiisa. (Screeshots: Addis Standard) Naatinaa’eel Fiixeetiin @NatieFit Finfinnee, Waxabajjii 30/2023…
Read More » -
Dhugaan suur-sagalee qonnaan bultoota godina Jimmaa yeroo hiraarfaman agarsiisu duuba jiru maali?
Itti gaafatamaann paartii Badhaadhinaa Aanaa Geeraa qonnaan bultoota sadiitin akka jilbeeffatan yeroo ajajan, Suuraa: Miidyaa hawaasaa Finfinnee, Adoolessa 28/2023 – Tibbana suur-sagaleen…
Read More » -
Oduu: Miseensotni Kongireesii Ameerikaa qaamolee sarbiinsa mirgoota namoomaa Lixa Tigraay duuba jiran irratti qoqqobbiin akka kaawwamu gaafatan
Humnootni nageenyaa naannoo Amaaraa Lixa Tigraay keessatti yeroo socho’an Finfinnee, Adoolessa 25/ 2023 – Qaamolee Lixa Tigraayitti sarbiinsa mirga namoomaa dhalattoota…
Read More » -
Oduu: Wandasan Asaffaa, Maskaram Abarraa dabalatee kanneen yakka shororkessummaan himataman 24 mana amala sirreessaa akka galan ajajame
Gobazee Sisaay fi Maskaram Abarraa, himatamtoota yakka shorokeessummaan himataman 24 keessaa argamu Finfinnee – Mannii Murtii Olaanaa Federaalaa Ramaddii Lidataa Dhaddachi 3ffaan…
Read More » -
Oduu: Dargaggoonni shan harki isaanii duubatti hidhame boollatti darbatamanii turan mooraa RIB irraa gara waajjira poolisiitti dabarfaman
Dargaggoonni shanan harki isaanii duubatti hidhamee boollatti darbataman. (Suuraa: Miidiyaa hawaasaa) Geetahun Laggasaatin @Birmaduu2 Finfinnee, Adoolessa 18/2023 – Dargaggoonni shanii Godina Wallagga…
Read More » -
Oduu: Kamiseetti namoota 300 ol WBO deeggaruun shakkamanii waggoota lamaa oliif murtii malee hidhamanii akka argaman ibsame
Finfinnee – Naannoo Amaaraa Godina Addaa Saba Oromoo magaalaa Kamiseetti namoota Waraana Bilisummaa Oromoo ykn garee hidhattoota mootummaan “Shanee” jedhe waamu…
Read More » -
Mootummaan naannoo Amaaraa “humnoota haleellaa raawwatan” irratti “tarkaanfii seera kabachiisuu” gaggeessa jedhe
Finfinnee Hagayya 02, 2023 – Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Amaaraa Yilqaal Kaffaalee (PhD) haleellaa naannoo naanicha keessatti raawwatan dhaabsiisuu fi olaantummaa seeraa kabachiisuuf mootummaan…
Read More »