Amnastii Intarnaashinaal
- ODUU
Ajjeechaan Maraawwii lubbuu namoota 50 ol galaafate qaama walaba ta’een akka qoratamu Amnastii Intarnaashinaal gaafate
Finfinnee, Ebla 12/2024 – Naannoo Amaaraa magaalaa Maraawwiitti ajjeechaa lammiilee nagaa 50 ol irratti raawwatame ilaalchisee Manni Maree Mirgoota Namoomaa…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Anga’oonni mootummaa labsii yeroo muddamaa fayyadamuun mormii karaa nagaa ukkaamsuu dhaabuu qabu: Amnastii Intarnaashinaal
Finfinnee, Guraandhala 20/2024 – Aanga’oonni mootummaa Itoophiyaa labsii yeroo muddamaa fayyadamuun namoota siyaasaa fi gaazexeessitoota beekamoo karaa nagaan mootummaa irratti…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Amnastii Intarnaashinaal yeroo hojii gareen qorannoo idil-addunyaa UN Itoophiyaatti muude akka dheeratu gaafate
Finfinnee, Fulbaana 19/2023 – Amnastii Intarnaashinaal ibsa Fulbaana ibsa Fulbaana 18 baaseen Komishiniin Mirga Namoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii yeroo qorannoo…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Ergamni Garee Qorannoo Dhiittaa Mirgoota Namoomaa Idil Addunyaa waggaa tokkoof akka dheeratu gaafatame
Finfinnee, Fulbaana 07/2023 – Dhaabbileen mirga namoomaa addunyaa gurguddoo 63 ibsa waloo baasaniin Dhaabbatni Mootummoota Gamtoomanii ergama garee dhiittaa mirga…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Waliigalteen nagaa erga mallatteeffame booda loltoonni Eertiraa Naannoo Tigraayitti yakka waraanaa raawwataniiru: Amnastii Intarnaashinaal
Finfinnee, Fulbaana 05/2023 – Baatii Sadaasa 2022 keessa mootummaa federaalaa Itoophiyaa fi Adda Bilisummaa Ummata Tigraay (ABUT) gidduutti waliigaltee waraana…
Read More »