Faannoo
- ODUU
Lolli naannawa magaala Waldiyaatti taasifameen sochiin ugguramuufi yaaddoon nageenyaa jiraachuu jiraattonni himan
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2024 – Lola “meeshaa gurguddaan deeggaramuun” Godina Walloo Kaabaa naannawa magaala Waldiyaatti Dilbata darbe Onkoloolessa 13 gaggeeffame…
Read More » - ODUU
Naannawa Gondaritti haleellaa meeshaa gurguddaan raawwatameen lubbuu namoota 20 darbe
Finfinnee, Onkoloolessa 03/2024 – Dhuma torban darbe naannoo Amaaraa naannawaa magaalaa Gondaritti haleellaan meeshaa waraanaa gurguddaan raawwatameen yoo xiqqaate lubbuun…
Read More » - ODUU
Goojjam Bahaatti barsiisonni lama “barnoota eegalchiisuuf yaaltan” jedhamanii hidhattootaan ajjeefaman
Finfinnee, Fulbaana 20/2024 – Naannoo Amaaraa godina Goojjam Bahaa aanaa Sinaan magaalaa Roob Gabayaa jedhamutti barsiisonni lama Roobii Fulbaana 18,…
Read More » - ODUU
Godina Horro Guduruu Wallaggaatti “xiqqaatu namoonni 15 ajjeefamuu” qondaalli aanaafi jiraattonni himan
Finfinnee, Hagayya 15, 2024 – Godina Horro Guduruu Wallaggaa aanaa Abbee Dongoroo keessatti xiqqaatu namoonni 15 ajjeefamuu bulchaan aanichaafi jiraattonni Addis…
Read More » - ODUU
Naannoon Amaaraa “ajjeechaa gara jabinaa” hidhattoonni maanguddoota irratti raawwatan balaaleffate
Finfinnee, Adoolessa 24/2024 – Naannoo Amaaraa godina Goojjam Kaabaa aanaa Meeccaa Kibbaatti “hidhattoonni finxaaleeyyii” abbootii amantaa, jaarsolii biyyaa fi haadholii…
Read More » - ODUU
Aanaa Darraatti hidhattoonni namoota sadi ajjeesan; Wallagga Lixaattis namoonni sadi biroo ‘humnoota mootummaan’ ajjeefamaniiru
Finfinnee, Adoolessa 20/2024 – Naannoo Oromiyaa godina Shawaa Kaabaa aanaa Darraatti haleellaa Adoolessa 17, 2024 raawwatameen yoo xiqqaate namoonni nagaa…
Read More » - ODUU
Haleellaan Aanaa Noonnoo “golgaa Raayyaan Ittisa Biyyaa kenneefiin” hidhattoota Faannootin raawwatame: ABO
Finfinnee, Waxabajjii 19/2024 – Addi Bilisummaa Oromoo (ABO) haleellaa boombii torban darbe godina Shawaa Lixaa aanaa Noonnootti mana cidhaarratti raawwatame…
Read More » - ODUU
Shawaa Kaabaa Aanaa Darraatti “haleellaa hidhattoonni Faannoo raawwataniin” lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Waxabajjii 18/2024 – Naannoo Oromiyaa godina Shawaa Kaabaa aanaa Darraatti haleellaa torban darbe raawwatameen yoo xiqqaate lubbuun namoota afur…
Read More » - SIYAASA
Waliigalteen waraana dhaabuu biyyaalessaa yeroodhaaf akka godhamu Ameerikaan gaafatte
Finfinnee, Caamsaa 16, 2024 – Waliigalteen waraana dhaabuu biyyaaleessaa yeroodhaaf akka godhamu Itoophiyaatti Ambaasaaddarri Ameerikaa Erviin Maasiingaa gaafate. Maasiingaan kana…
Read More » - ODUU
Walitti bu’iinsi Godina Addaa Saba Oromoo fi Shawaa Kaabaatti mudate itti fufuun lubbuu namoota dabalataa galaafate
Finfinnee, Bitootessa 23/2024 – Walitti bu’iinsa guyyoota darbaniif Godina Addaa Saba Oromoo aanaa Jiillee Dhummuugaatti lubbuu namootaa dabalatee qabeenya irratti…
Read More »