Itoophiyaa
- ODUU
Oduu: Naannoolee Somaalee fi Affaar walitti bu’iinsa naannawaa daangaatti mudatan mariin furuuf waliigalan
Finfinnee, Adoolessa 18/2024 – Walitti bu’iinsa naannawaa daangaa naannolee Afaar fi Somaaleetti mudatan mariin furuuf waliigalteerraa ga’uu Pireezidaantoonni Naannolee lameen…
Read More » - ODUU
Naannoo Amaaraatti walitti bu’iinsa naannawaa kaampii baqattootaatti mudateen poolisoonni federaalaa 9 ajjeefaman
Finfinnee, Adoolessa 18/2024 – Naannoo Amaaraa iddoo kaampii baqattoota Sudaanitti dhihoo jirutti walitti bu’iinsa humnoota nageenya mootummaa fi hidhattoota gidduu…
Read More » - ODUU
Marii biyyaalessaa bu’a qabeessa taasisuuf hirmaannaan qooda fudhattootaa murteessaa ta’uu komishinichi ibse
Finfinnee, Adoolessa 17/2024 – Itoophiyaa keessatti mariin biyyaalessaa gaggeeffamuuf hojiin eegalame akka milkaa’uuf ‘qooda fudhattoonni marii biyyaalessaa irratti gahee olaanaa…
Read More » - ODUU
Naannoo Amaaraatti tajaajilli intarneetii gara waggaa tokkoof cufamee ture deebi’ee eegale
Finfinnee, Adoolessa 15/2024 – Naannoo Amaaraa magaalota 19 keessatti tajaajilli intarneetii Hagayya 2023 addaan citee ture irra deebiin gadi lakkifameera.…
Read More » - ODUU
Maatiin barattoota ugguraman ibsi mootummaan “gadi lakkifamaniiru” jechuun baase ‘dhugaa miti’ jedhan
Finfinnee, Adoolessa 11/2024 – Mootummaan Naannoo Oromiyaa barattoota yuunivarsiitii 160 torban darbe yuunivarsiitii Dabaarq irraa gara Finfinnee osoo imalaa jiranii…
Read More » - ODUU
Baqattoonni Itoophiyaafi Eertiraa Sudaan keessa argaman balaaf saaxilamuu HRW ibse
Finfinnee, Waxabajjii 10/2024 – Waraanni Sudaan gara mooraa baqattootaatti dhiyaachaa dhufuu hordofuun lubbuun baqattoota Itoophiyaafi Eertiraa Sudaan Bahaatti argamanii balaadhaaf saaxilamee jiraachuu…
Read More » - ODUU
Itoophiyaatti walitti bu’iinsa hammaachaa dhufeen walqabatee ajjeechaan lammiilee nagaa dabalaa jira: KMNI
Finfinnee, Adoolessa 05/2024 – Komishiniin Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa (KMNI) gabaasa waggaa haala qabiinsa mirga namoomaa Itoophiyaa Waxabajjii 2023 hanga Waxabajjii…
Read More » - ODUU
‘Humnoonni mootummaa ajjeechaa jumlaa hin raawwatan’ – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Adoolessa 04/2024 – Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa yaa’ii idilee 36ffaa har’a gaggeesse irratti Ministirri Muummee Abiy Ahimad dhimma…
Read More » - ODUU
Itoophiyaan loltoota biyyattii ilaalchisee himannaa Somaaliyaa irraa dhiyaate ‘bu’uura hin qabu’ jette
Finfinnee, Waxabajjii 27/2024 – Itoophiyaan himannaa Somaaliyaa irraa “loltoonni Itoophiyaa seeraan ala daangaa ce’uun Somaaliyaa seenan” jedhamee dhiyaate kufaa taasiste.…
Read More » - ODUU
Somaaliyaan loltoonni Itoophiyaa ”seeraan ala” daangaa biyyattii cabsanii seenuu UN’tti himatte
Finfinnee, Waxabajjii 25/2024 – Somaaliyaan loltoonni Itoophiyaa “seeraan ala” daangaa ce’uun biyyattii seenuu fi humnoota Somaaliyaa waliin waldura dhaabbannaa keessa…
Read More »