Itoophiyaa
- ODUU
Bulchiinsi Aanaa Arxummaa Fursee yeroo hin murtoofneef sochii geejjibaa fi meeshaalee waraanaa dhorke
Finfinnee, Waxabajjii 21/2024 – Naannoo Amaaraa Godina Addaa Saba Oromoo Aanaa Arxummaa Furseetti har’aa eegalee yeroo hin murtoofneef sochii geejjibaa…
Read More » - ODUU
Manni murtii Maalaawwii du’a godaantota Itoophiyaa 29 walqabatee himata ilma pirezidaanii duraanii irratti dhiyaate addaan kute
Finfinnee, Waxabajjii 20/2024 – Ilmi pireezidaantiin duraanii Malaawwii kan ta’e Taadikiiraa Maafubzaa daddabrsa namaafi godaantota Itoophiyaa waggaa lama dura Malaawwiitti…
Read More » - ODUU
Baqattoonni Itoophiyaa waraqaa baqattummaa hin qabne Puuntlaand gadhiisanii akka bahan ajajni darbe
Finfinnee, Waxabajjii 17/2024 – Kaaba Baha Somaaliyaatti kan argamu mootummaan bulchiinsa Puuntlaand, lammiileen Itoophiyaa waraqaa baqattummaa osoo hin qabaatiin “seeraan…
Read More » - GULAALLI
Yeroo walitti bu’iinsi itti fufee jiruu, kutannoo jabaa fi furmaanni siyaasaa hin jirretti hidhannoo hiikkachiisuun Itoophiyaaf nageenya waaraa hin fidu. Irra deebiin itti haa yaadamu!
Finfinnee, Waxabajjii 15/2024 – Adeemsi Hidhannoo Hiikkachiisuu, Hidhattoota Bittimsuu, fi Deebisanii Hawaasatti Makuun (DDR), Marii Biyyaalessaa fi Haqa Ce’umsaa cinaatti…
Read More » - ODUU
Miseensonni paarlaamaa wixinee seeraa ajaja mana murtii malee toora kominikeeshinii butuu eeyyamu irratti yaaddoo qabaachuu himan
Finfinnee, Waxabajjii 13/2024 – Kaleessa paarlaamaaf kan dhiyaate wixineen qorattoonni yakkaa ajaja mana murtii malee toora kominikeeshinii fi xalayaa akka…
Read More » - ODUU
Gaggeessitoonni Itoophiyaa fi Somaaliyaa Imirii Qaataarii waliin “dhimmoota naannawaa fi idil addunyaa irratti” bilbilaan mari’atan
Finfinnee, Waxabajii 13, 2024 – Marii bilbilaan Waxabajjiii 12, 2024 taasifameen MM Abiy Ahmad(PhD) fi Imiriin Qaataarii Amiir Sheek Tamiim…
Read More » - ODUU
Wixineen seeraa toora kominikeeshinii ajaja mana murtii malee butuu eeyyamu paarlaamaaf dhiyaate
Finfinnee, Waxabajjii 12/2024 – Wixineen qabeenya yakkaan argame kan seeraa fakkeessuu yookiin shororkeessummaa maallaqaan gargaaruu wal qabsiisuun qorattoonni yakkaa ajaja…
Read More » - ODUU
Itoophiyaan baatilee 11 keessatti al-ergii bunarraa galii dolaara biiliyoona 1.2 argachuu beeksiste
Finfinnee, Waxabajjii 11/2024 – Itoophiyaan ji’oota 11 darban keessatti oomisha bunaa gara biyya alaa ergite irraa galii dolaara biiliyoona 1.2…
Read More » - ODUU
Yeroo waraana Tigraay yakka duguuggaa sanyii raawwatamuu ragaawwan agarsiisan ni jiru: Gabaasa
Finfinnee, Waxabajjii 05/2024 – Dhaabbatni teessoo isaa biyya Ameerikaa godhate, Inistitiyuutii Niiw Laayins, gabaasa haaraa baaseen yeroo waraana Tigraay 2020…
Read More » - ODUU
Paarlaamaan labsii ABUT irra deebiin beekamtii seera qabeessummaa akka argatu taasisu raggaase
Finfinnee, Waxabajjii 04/2024 – Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa yaa’ii idilee 30ffaa har’a ganama gaggeesseen labsii Adda Bilisummaa Uummata Tigraay…
Read More »