Itoophiyaa
- ODUU
Wixineen labsii gareewwan siyaasaa kanaan dura sochii nagayaa ala turan seera qabeessa taasisu paarlaamaaf qajeelfame
Finfinnee, Caamsaa 31/2024 – Manni Maree Ministirootaa walgahii idilee 32ffaa har’a Caamsaa 31 gaggeesseen wixinee labsii paartilee kanaan dura bu’uura…
Read More » - ODUU
Gamtaan Awurooppaa “falmattoota mirga namoomaa mana hidhaa jiran” dabalatee qaamolee saddeetiif badhaasa kenne
Finfinnee, Caamsaa 31/2024 – Gamtaan Awurooppaa kaleessa Caamsaa 30, 2024 Finfinneetti falmattoota mirga namoomaa manneen hidhaa biyyattii garagaraa keessatti argaman…
Read More » - ODUU
Komishiniin Marii Biyyaaleessaa ‘hunda hammattummaa mirkaneessuu dhiisee loogummaa siyaasaa’ agarsiiseera: Paartilee Mormitootaa
Finfinnee, Caamsaa 24/2024 – Kongirasii Federaalawaa Oromoo (KFO) fi Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) dabalatee paartilee mormitootaa gurguddoo 11 of keessatti…
Read More » - ODUU
Haleellaa daangaa naannolee Tigraay fi Affaaritti raawwatameen daa’ima dabalatee namoonni nagaa torba ajjeefaman
Finfinnee, Caamsaa 22/2024 – Daangaa naannolee Tigraay fi Affaar, aanaa Raayyaa Azabootti Wiixata darbe halkan walakkaa haleellaa hidhattoonni eenyummaan isaanii…
Read More » - ODUU
Mormiin jalqabaa Obbo Taayyee Danda’aa himannaa irratti dhiyaateef dhiyeessan kufaa ta’e
Finfinnee, Caamsaa 21/2024 – Manni murtiin mormii sadarkaa jalqabaa Ministir Deetaan Ministeera Nageenyaa duraanii Obbo Taayyee Danda’aan himannaa irratti dhiyaateef…
Read More » - ODUU
Buqqaatota Lixa Tigraay gara qe’ee isaanitti deebisuuf gama mootummaa federaalarraa sochiin godhamaa hin jiru – Lt. Janaraal Taaddasaa Warrade
Finfinnee, Caamsaa 20/2024 – Pireezidaantii Itti Aanaa Bulchiinsa Yeroo Tigraay Letanaant Janaraal Taaddasaa Warrade, bulchiinsi yeroo Tigraay namoota sababa waraanaan…
Read More » - GULAALLI
Itoophiyaan yaaddoon otuma jiruu Haqa Cehumsaa hojiirra oolchuuf tattaaffachuun ishee daandii haqaa fi araara dhugaa ni danqa. Irra deebiin haa ilaalamu!
Finfinnee, Caamsaa 17/2024 – Yaaliin Itoophiyaan namoota hokkora siyaasaan hubamaniif haqa ce’umsaa, araaraafi itti gafatamummaa mirkaneessuuf taasisftu sadarkaa murteessaarra gaheera.…
Read More » - ODUU
Itoophiyaan ibsi Ambaasaaddarri Ameerikaa laatan ‘dogoggora kan qabu’ fi ‘odeeffannoo gahaarratti kan hin hundoofne’’ jechuun qeeqxe
Finfinnee, Caamsaa 17/2024 – Ministeerri Dhimma Alaa Itoophiyaa ibsa imaammata Ambaasaadarri Ameerikaa Erviin Masiingaa kaleessa kennaniin ”dogoggora” fi ”odeeffannoo gahaarratti…
Read More » - SIYAASA
Waliigalteen waraana dhaabuu biyyaalessaa yeroodhaaf akka godhamu Ameerikaan gaafatte
Finfinnee, Caamsaa 16, 2024 – Waliigalteen waraana dhaabuu biyyaaleessaa yeroodhaaf akka godhamu Itoophiyaatti Ambaasaaddarri Ameerikaa Erviin Maasiingaa gaafate. Maasiingaan kana…
Read More » - ODUU
Paartileen Badhaadhinaa fi ABUT “haala walitti bu’iinsa uumuu danda’an kamiiyyuu waliin ittisuuf” waliigalan
Finfinnee, Caamsaa 15/2024 – Paartii Badhaadhinaa fi Adda Bilisummaa Uummata Tigraay (ABUT) har’a Caamsaa 15, 2024 yeroo sadaffaaf magaalaa Maqaleetti…
Read More »