Itoophiyaa
- ODUU
Naannoo Gaambeellaatti haleellaa konkolaataa uummataarratti raawwatameen imaltoota torba irratti miidhaan qaqqabe
Finfinnee, Caamsaa 08/2024 – Naannoo Gaambeellaa godina Anyuwaak ganda Ochoom jedhamu keessatti Dilbata darbe Ebla 05, 2024 haleellaa konkolaataa uummataa…
Read More » - ODUU
Komishinichi ragaalee ajjeechaa Batteerratti harki humnoota nageenyaa jiraachuu agarsiisan erga sassaabee booda qorannoo Maqiitti gaggeessaa ture ‘addaan kutuuf dirqamuu’ ibse
Finfinnee, Caamsaa 07/2024 – Gareen qorannoo Komishinii Mirgoota Namoomaa Itoophiyaa (KMNI) dhimma ajjeechaa qondaala siyaasaa ABO Battee Urgeessaa irratti ragaa…
Read More » - ODUU
Bulchiinsi Yeroo Tigraay himannaa Humna Saffisaa Sudaan ABUT irratti dhiyeesse kufaa taasise
Finfinnee, Caamsaa 07/2024 – Janaraal Mohaammad Hamdaan Dagaaloon kan durfamu Humni Saffisaa Sudaan (RSF), humnoonni Adda Bilisummaa Uummata Tigraay (ABUT)…
Read More » - ODUU
Manni Murtiin Luba Balaay Mokonniin fa’a yakka sanada sobaan dolaara daddabarsuu ittiin shakkamaniin akka himataman eeyyame
Finfinnee, Caamsaa 02/2024 – Manni Murtii Sadarkaa Jalqabaa Federaalaa Dhaddacha Ramaddii Lidataa, Luba Balaay Mokonniin dabalatee namoota yakka maallaqa dolaara…
Read More » - ODUU
Herreega baankii Gamtaa Afrikaa keessaa maallaqni dolaara miiliyoona 6 ol sanada sobaan baasuuf yaalamuu gamtichi mirkaneesse
Finfinnee, Caamsaa 02/2024 – Gamtaan Afrikaa damee Baankii Daldalaa Itoophiyaa mooraa waajjira muummee gamticha keessa argamutti herreega baankii gamtichaa keessaa…
Read More » - ODUU
Itoophiyaan murtee Gamtaan Awurooppaa lammiilee Itoophiyaaf viizaa dhorkuuf dabarse deebi’e akka ilaalu gaafatte
Finfinnee, Caamsaa 02/2024 – Mootummaan Itoophiyaa “murtee Manni Maree Gamtaa Awurooppaa lammiilee Itoophiyaaf viizaa kennuu yeroodhaaf addaan kutuuf dabarse murteesseen…
Read More » - Uncategorized
Itoophiyaafi Somaaliilaand ji’oota lama keessatti ni waliigaltee biraa mallatteessu jedhame
Finfinnee, Ebla 30, 2024 -Itoophiyaafi Somaaliilaand waliigaltee handaara galaanaa lammaffaa ji’oota lama keessatti kan mallatteessan ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa Somaaliilaand…
Read More » - ODUU
Ajjeechaa Battee Urgeessaan walqabatee shakkamtoonni 13 to’atamuu poolisiin beeksise
Finfinnee, Ebla 12/2024 – Ajjeechaa qondaala siyaasaa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Battee Urgeessaan walqabatee shakkamtoonni 13 to’atamuu Qajeelcha Poolisii Godina…
Read More » - ODUU
Ajjeechaan Maraawwii lubbuu namoota 50 ol galaafate qaama walaba ta’een akka qoratamu Amnastii Intarnaashinaal gaafate
Finfinnee, Ebla 12/2024 – Naannoo Amaaraa magaalaa Maraawwiitti ajjeechaa lammiilee nagaa 50 ol irratti raawwatame ilaalchisee Manni Maree Mirgoota Namoomaa…
Read More » - ODUU
Itoophiyaatti imaammata harka qalleeyyii irratti xiyyeeffatu akka barbaachisu Ameerikaa dabalatee biyyoonni 17 hubachiisan
Finfinnee, Ebla 11/2024 – Gargaarsi namoomaa Itoophiyaa keessatti gaggeeffamaa jiru galma karoorfameen akka gahuuf mootummaan Itoophiyaa imaammata jireenya harka qalleeyyii…
Read More »