Itoophiyaa
- ODUU
Naannoo Amaaraatti haleellaa Musliimota irratti raawwatamu dabalaa jiraachuu Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa naannichaa ibse
Finfinnee, Ebla 09/ 2024 – Naannoo Amaaraa iddoowwan garaa garaatti baatilee saddeet darban keessatti walitti bu’iinsa humnoota mootummaa fi hidhattoota…
Read More » - ODUU
Itoophiyaan miseensa Dhaabbata Daldala Addunyaa ta’uuf baatii Caamsaa keessa marii marsaa 5ffaa ni gaggeessiti
Finfinnee, Ebla 08/2024 – Itoophiyaan marii marsaa shanaffaa miseensa Dhaabbata Daldala Addunyaa akka taatu ishee taasisu baatii Caamsaa dhufu akka…
Read More » - GULAALLI
Hojiin Finfinnee diiganii ijaaruu yeroo hin malletti, karoora malee hojjetamaa jiru harka qalleeyyiirratti dhiibbaa qaba. Yoo xiqqaate adeemsi isaa kabaja namummaa kan eege haa ta’u!
Finfinnee, Ebla 05/2024 – Qondaaltonni mootummaa biyya bulchaa jiran, hojiin misooma magaalaa Finfinnee yeroo ammaa kana hoggansa kantiibaa magaalattii Aadde…
Read More » - ODUU
Raayyaan Ittisa Biyyaa daangaa naannolee Amaaraa, Tigraayitti itti gaafatamummaa nageenya eegsisuu akka fudhatu ibsame
Finfinnee, Ebla 05/2024 – Dhimmoonni “eenyummaa fi daangaa” murtoo uummataan furmaata hanga argatanitti Raayyaan Ittisa Biyyaa bakkeewwan daangaa naannolee Amaaraa…
Read More » - ODUU
Somaaliyaan Ambaasaaddarri Itoophiyaa sa’aatii 72 keessatti biyyattii gadhiisanii akka bahan ajaja dabarsite
Finfinnee, Ebla 05/2024 – Ministeerri Dhimma Alaa fi Tumsa Idil-addunyaa Somaaliyaa ibsa har’a waaree booda baaseen, Somaaliyaatti Ambaasaaddarri Itoophiyaa Muktaar…
Read More » - ODUU
Somaaliyaan Ambaasaaddara Itoophiyaa gara Finfinnee deebifte; Waajjiraalee qoonsilaa Puuntlaand, Somaalilaand argaman cufte
Finfinnee, Ebla 04/2024 – Mootummaan Somaaliyaa, Somaaliyaatti Ambaasaaddara Itoophiyaa kan ta’an Muktaar Mohaammad Waaree gara Finfinnee akka deebi’an taasiste. Kana…
Read More » - ODUU
Kiristaan Taaddalaa dabalatee namoonni yakka shororkeessummaan himataman mana murtii dhiyaatan
Finfinnee, Bitootessa 30/2024 – Miseensi Paarlaamaa Kiristaan Taaddalaa, miseensa Mana Maree Naannoo Amaaraa Yohaannis Buwaayaaloo fi miseensa Mana Maree Magaalaa…
Read More » - ODUU
Mootummaan Naannoo Amaaraa ibsa naannoo Tigraay tibbanaan “doorsisaa fi dubbi barbaacha” jechuun ibse
Finfinnee, Bitootessa 28/2024 – Jalqaba torbee kanaa, godina Kibba Tigraay yeroo ammaa kana to’annoo humnoota Amaaraa jala jirutti naannawaa Raayaa…
Read More » - ODUU
Gaambeellaatti haleellaa konkolaataa ummataarratti raawwatameen namoonni sadi ajjeefaman
Finfinnee, Bitootessa 28/2024 – Naannoo Gaambeellaatti Roobii, Bitootessa 27, 2024 ganama haleellaa hidhattoonni konkolaataa ummataa magaalaa Gaambeellaa irraa ka’uun gara…
Read More » - ODUU
Itoophiyaatti baatii darbe keessa qofa namoonni 764 dhibee busaan du’an – UN
Finfinnee, Bitootessa 27/2024 – Itoophiyaatti baatii Guraandhala keessatti qofa namoonni 764 dhibee busaan du’uu Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Qindeessaa Dhimmoota Gargaarsa…
Read More »