Sa’udi Arabiyaa
- SEERA FI HAQA
Gulaalli: Ajjeechaa fi qabiinsa namummaan ala Sa’uudii Arabiyaan godaantota Itoophiyaa irratti raawwachaa jirtu dhaabbachuu qaba. Mootummaa Itoophiyaa fi addunyaa bal’aan itti dhimmamuu qabu!
Finfinnee, Fulbaana 01/2023 – Gabaasni dhiheenya kana Hiyumaan Raayitis Waach kan ajjeechaa godaantota Itoophiyaa dhibbaan lakkaa’aman eegdota daangaa Sa’udii Arabiyaatiin…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Oduu: Saawudii Arabiyaan himata ajjeechaa lammiilee Itoophiyaan walqabatee irratti dhiyaate haalte; Mootummaan Itoophiyaa qorannoo nan taasisa jedhe
Finfinnee, Hagayya 22/2023 – Eegdonni daangaa Saawudii Arabiyaa lammiilee Itoophiyaa dhibbaatamaan lakkaawwaman kanneen karaa Yamaniin daangaa biyyattii ce’uuf yaalan ajjeesuun…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Oduu: Saa’udii Arabiyaan lammiilee Itoophiyaa daangaa biyyattii qaxxaamuruu yaalan ajjeesuu HRW beeksise
Finfinnee, Hagayya 21/2023 – Eegdonni daangaa Saa’udii Arabiyaa lammiilee Itoophiyaa karaa Yamaniin daangaa biyyattii qaxxaamuruu yaalan ajjeesuu dhaabbatni falmaa mirgoota…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
‘Inyaa Lanyaa Basiddat’: Dhaabbata dubartoota gadadoo biyyoota Bahaa Giddu-galeessaa deessuun gara biyyaa deebi’an gargaaraa jiru
Finfinnee – Dhaabbatni tola ooltummaa Inyaa Lanyaa Basiddat (Egna Legna Besidet) jedhamu bara 2009 ALI lammiilee Itoophiyaa biyya Libaanoos keessa hojjettuu…
Read More »