DHIMMA HAWAASAA
-
Ministeerri Daldalaa madaallii gabaa Dilbataa “qaala’iinsa gatii to’achuuf oola” jedhe ifoomse
Finfinnee, Fulbaana 25, 2024 – Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa #Itoophiyaa sadarkaa biyyaalessaatti madaallii gabaa Dilbataa qaala’iinsa gatii to’achuuf…
Read More » -
Baqattoonni Itoophiyaa Masrii keessa jiraatan ‘hidhaa fi dararaan nutti hammaate’ jedhan
Finfinnee, Fulbaana 20/2024 – Dhimma Hidha Haaromsaa irratti waldhabdeen Masrii fi Itoophiyaa gidduu jiru wayita hammaataa dhufetti, godaantota fi baqattoonni…
Read More » -
Hoggantuun Biiroo Fayyaa Oromiyaa haaraa Piroofeesar Natsaannat Warqinaa Giddii eenyu?
Finfinnee, Fulbaana 09/2024 – Biiroo Fayyaa Oromiyaatti hoggantuun haaraa muudaman Piroofeesar Natsaannat Warqinaa Giddii guyyaa har’a Fulbaana 09, 2024 hogganaa…
Read More » -
Dhaabbileen Siivilii 10 bara haaraa dhufutti mariin gareewwan hidhattootaa waliin eegalame akka itti fufu waamicha dhiyeessan
Finfinnee, Fulbaana 07/2024 – Dhaabbilee Hawaasa Siivilii biyya keessaa 10 ta’an bara haaraa Itoophiyaa sababeeffachuun waamicha nagaa waloo dhiyeessaniin, bara haaraa dhufutti…
Read More » -
Gondaritti daa’imni waggaa lamaa butamtee ajjeeffamuu hordofee namoonni dheekkaman hiriira bahan; namoonni lama ajjeefaman
Finfinnee, Fulbaana 03/2024 – Naannoo Amaaraa magaalaa Gondaritti daa’imni waggaa lamaa Nolaawwit Zagayyee jedhamtu namootaan butamtee erga fudhatamtee booda kaleessa…
Read More » -
Godina Wallagga Bahaatti haleellaa hidhattoonni raawwataniin lubbuun namoota 3 darbuun tokko madaa’e
Finfinnee, Fulbaana 03, 2024 – Haleellaa humnoonni hidhattoota Faannoo jedhanii of waaman godina Wallagga Bahaa ganda Margaa Jireenyaa keessatti Hagayya…
Read More » -
Hojjettoonni Baankii Daldala Itoophiyaa kumaatamaan lakkaawwaman “beenyaa malee hojiirraa gaggeeffamuuf jirra” jedhan
Finfinnee, Hagayya 29/2024 – Hojjettoonni Baankiin Daldala Itoophiyaa kumaatamaan lakkaawwaman, karaa dhaabbata ‘Komershaal Nominiis’ jedhamuutin qacarrii raawwatanii gita hojii ‘Loobii’…
Read More » -
Pirofeesar Gabbisaa Ejjetaan qorataa misooma midhaanii bara 2024 jedhamuun filataman
Finfinnee, Hagayya 28/2024 – Yuunivarsiitiin Ameerikaa ‘Parduu’ jedhamu dhalataa Itoophiyaa kan ta’an Pirofeesar Gabbisaa Ejjetaatin ‘Legend of Agronomy’ bara 2024…
Read More » -
Uummanni Salaalee hiriira bahuun walitti bu’iinsa Oromiyaa goolaa jiru nagaan akka furamu gaafatan
Finfinnee, Hagayya 27/2024 – Naannoo Oromiyaa godina Shawaa Kaabaa magaalota Sulultaa fi Caancootti jiraattoonni kumaatamaan lakkaawwaman Hagayya 26, 2024 hariira…
Read More »