SEERA FI HAQA
-
Itoophiyaan gamaaggama sadarkaa malaammatummaan biyyoota addunyaa irraa 99ffaa taate
Finfinnee, Guraandhala 12/2025 – Dhaabbanni idil addunyaa ‘Transparency International’ jedhamu kan sadarkaa malaammaltummaa gamaaggamuun biyyoota addunyaatiif sadarkaa kennu bara 2024…
Read More » -
Naannoo Amaaraatti “hidhaan jumlaa” akka dhaabbatu Amineestii Intarnaashinaal gaafate
Finfinnee, Amajjii 29, 2025 – “Hidhaan jumlaa” naannoo Amaaraatti raawwatamaa jiru akka dhaabbatu Amineestii Intarnaashinaal gaafate. Naannichatti mana murtii osoo…
Read More » -
Waldichi mana barumsaa namoomaa Itoophiyaatti kan duraa ta’e eegalsiise
Finfinnee, Amajjii 27, 2025 – Waldaan Qaxxaamura Diimaa mana barumsaa namoomaa Itoophiyaa keessatti si’a duraatiif eegalsiise. Dhaabbatichi sirna eegalsiisa mana…
Read More » -
Yaayyaa Gullalleetti gocha reebichaa Abbaa Seeraa irratti raawwatame qoratamaa jira: Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
Finfinnee, Amajjii 22/2025 – Naannoo Oromiyaa godina Shawaa Kaabaa aanaa Yaayyaa Gullalleetti gocha reebichaa Abbaa Seeraa Mana Murtii Aanaa Yaayyaa…
Read More » -
Maqaleetti namoonni kumaatamaan lakkaa’aman dhorkaa hijaabaa mormuun hiriira gaggeessan
Finfinnee, Amajjii 21, 2025 – Naannoo Tigraay magaala Maqaleetti namoonni kumaatamaan lakkaa’aman dhorkaa uffannaa hijaabaarra kaa’ame mormuun guyyaa har’aa hiriira bahaniiru.…
Read More » -
Oduu: Itoophiyaatti bara 2024 sarbiinsi mirga namoomaa “hammaataan” mudachuu HRW gabaase
Finfinnee, Amajjii 18, 2025 – Itoophiyaatti taateewwan akka lolaafi dhiibbaa dhaabbilee siviliirratti raawwatamuu eeruun sarbiinsi mirga namoomaa bara 2024 keessa…
Read More » -
Hojjattoonni Warshaa Sukkaara Finca’aa 200 ol ‘mana murtii osoo hin dhiyaatiin’ ji’a tokko oliif hidhamanii argamu
Finfinnee, Amajjii 09/2025 – Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti hojjettoonni Warshaa Sukkaara Finca’aa 200 ol ta’an sababa “hojii qonnaa seeraan alaarratti…
Read More » -
Komishinichi dhiibbaan dhaabbilee mirga namoomaarratti taasifamu akka dhaabbatu gaafate
Finfinnee, Muddee 27, 2024 – Komishiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa (KMNI) uggurri dhaabbilee siviliirratti taasifamaa jiru yaaddeessaa ta’uu ibse. Abbaa taayitaa…
Read More » -
Obbo Taayyee Danda’aan hidhaa waggaa tokko booda gadhiifamanii maatii isaanitti makaman
Finfinnee, Muddee 05/2024 – Hidhaa waggaa tokko booda mana hidhaa Qilinxoo irraa yeroo bahuuf jedhan balbalatti qaamolee nageenyaan fudhatamanii gara…
Read More » -
Obbo Taayyeen balbala mana hidhaatii fudhatamanii gara Waajjira Qorannoo Yakkaa Federaalaa geeffamuu maatiin himan
Finfinnee, Muddee 05/2024 – Mirgi wabii eegameefi mana amala sirreessaa Qilinxoo irraa yeroo bahuuf jedhan balbalatti qaamolee nageenyaan kan fudhataman…
Read More »