Itoophiyaa
- ODUU
Naannoo Oromiyaatti daa’ima ganna 11 dabalatee namoonni hedduun humnaan “leenjii waraanaaf” qabamuu KMNI ibse
Finfinnee, Muddee 06/2024 – Naannoo Oromiyaatti aanga’oota fi qaamoleen nageenyaa daa’immanii fi dhukkubsattoota sammuu dabalatee namoota hedduu fedhii isaanii malee…
Read More » - ODUU
Obbo Taayyee Danda’aan hidhaa waggaa tokko booda gadhiifamanii maatii isaanitti makaman
Finfinnee, Muddee 05/2024 – Hidhaa waggaa tokko booda mana hidhaa Qilinxoo irraa yeroo bahuuf jedhan balbalatti qaamolee nageenyaan fudhatamanii gara…
Read More » - ODUU
Obbo Taayyeen balbala mana hidhaatii fudhatamanii gara Waajjira Qorannoo Yakkaa Federaalaa geeffamuu maatiin himan
Finfinnee, Muddee 05/2024 – Mirgi wabii eegameefi mana amala sirreessaa Qilinxoo irraa yeroo bahuuf jedhan balbalatti qaamolee nageenyaan kan fudhataman…
Read More » - ODUU
Ugguramuun dhaabbilee siviilii sadii qeeqamaa jira; Mootummaan “yeroo gabaabaatti murtii dhumaa laatama” jedhe
Finfinnee, Sadaasa 29/2024 – Mootummaan Itoophiyaa dhaabbilee siviilii hawaasaa sadii “gochaalee dantaa biyyaa miidhan irratti hirmaatan” jechuun eeyyama dhorkuu hordofee…
Read More » - ODUU
Abbaan Taayitichi dhaabbitni siivilii CARD “gochaalee dantaa biyyaa miidhan irratti hirmaate” jechuun uggure
Finfinnee, Sadaasa 22/2024 – Abbaan Taayitaa Dhaabbilee Siivikii Federaalaa dhaabbatni siivikii Giddugala Dagaagina Mirgootaa fi Dimokiraasii (CARD) “siyaasa irraa walaba…
Read More » - ODUU
Sa’udi Arabiyaan bara 2024 keessatti lammiilee Itoophiyaa torba du’aan adabde
Finfinnee, Sadaasa 1/2024 – Saa’udi Arabiyaan bara 2024 keessa qofa lammiilee Itoophiyaa torba dabalatee lammiilee biyya alaa 100 ol du’aan…
Read More » - ODUU
Labsiin fooyya’iinsa miidiyaalee ‘aangoon qaama tokkoon akka dhuunfatamu taasisa’ jedhamuun qeeqame
Finfinnee, Sadaasa 13/2024 – Wixineen labsii fooyya’insa miidiyaalee Itoophiyaa tibbana Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti dhiyaate, walabummaa Abbaa Taayitaa Miidiyaalee…
Read More » - ODUU
Gulaalliin CPJ waggoota 5 darban walabummaan miidiyaa Itoophiyaa keessa jiru gadi bu’uu ifoomse
Finfinnee, Sadaasa 12, 2024 – Koreen mirga gaazexeessitootaaf falmu (CPJ) jedhamu Itoophiyaa keessatti walabummaan miidiyaa waggoota shanan darban keessa gadi…
Read More » - XIINXALA
“Guyyaatti al-tokko yeroon itti nyaadhu hedduudha”: Finfinneetti daballiin taarifa geejjibaa qaala’insa jireenyaa hammeesse
Yisaaq Indriis @Yishak_Endris Finfinnee, Sadaasa 06/2024 – “Ciree fi laaqana osoo hin nyaatin oolee hojiidhaa yeroon bahu hiriirri geejjibaa dheeraatu…
Read More »