SEENESSA
-
‘Jaarraa Abbaa Gadaan mataansaa jaarmiyaa Oromooti’ – Jamaal Ahimad, bareesssaa kitaaba seenaa
Geetahun Laggasaatin @Birmaduu2 Finfinnee Bitootessa 30/ 2024 – Qabsaa’ota bilisummaa Oromoo angafoota keessaa tokko kan ta’an Abdulkariim Ibraahim Hamiid, baay’inaan…
Read More » -
Seenessa: Kumsaa Morodaan Finfinneen barnoota ammayyaa osoo hin argatin dura Naqamteetti eegalchiisan – Tasfaayee Tolasaa (PhD)
Geetahun Laggasaatiin @Birmaduu2 Finfinnee, Amajjii 04/2024 – Mootota jaarraa 19ffaa keessatti gama Lixa Oromiyaa irraa ka’an keessa tokko kan ta’an…
Read More » -
Seenessa: “Sheekh Bakrii Saphaloon anaaf barsiisaa qabsaa’ota Oromooti” – Toofiq Mahaammad, barreessaa kitaaba JANGAL
Abdii Biyyansaatin @ABiyenssa Finfinnee, Muddee 28/2023 – Hayyoota seenaa uummata Oromoo keessatti maqaan isaanii adda durummaan ka’u keessaa tokko kan…
Read More » -
Seenessa: Itoophiyaa keessatti wal’aansoo Qaroo-dhabdummaa Korniyaa Ijaa waliin godhamu
Mollaa Mitikkuutin @MollaAyenew Finfinnee, Muddee 26/2023 – Guutummaa Itoophiyaa keessatti babal’atee kan jiru qaroo dhabdummaa korniyaa ijaa, namoota fi hawaasa…
Read More » -
Seenessa: “Seenaan anaaf daawwitiidha” – Bilisummaa Huseen, barreessituu kitaaba ‘Daandii Isaanii’
Abdii Biyyansaatin @ABiyenssa Finfinnee, Muddee 12/2023 – Bilisummaa Huseen kan dhalatte godina Arsii Lixaa aanaa Gadab Asaasaa ganda Fucoo…
Read More » -
Seenessa: Godinaalee Wallagga Lixaa, Qeellamitti dhibee busaatiin lubbuun namootaa darbuun itti fufe
Abdii Biyyansaa @ABiyenssa Finfinnee, Sadaasa 30, 2023 – Oromiyaa godina Wallaggaa Lixaa aanaa Qondaalaa keessa kan jiraatu Obbo Tolasaan, dhiheenya kana sababa…
Read More » -
Seenessa: Hariiroo ayyaana Irreechaa fi guddina sadarkaa qulqullina uffata aadaa Oromoo irratti Dizaayinaroota fi fayyadamtootni maal jedhu?
Getaahun Laggasaatin @Birmaduu2 Finfinnee, Onkoloolessa 04/2023 – Ayyaana Irreechaa yeroo yaadannu uummatni Oromoo Waaqa isa bacaqii gannaa irraa gara booqaa…
Read More »