KALAQA
-
Af-gaaffii: Hiikkaa Gugilii Afaan Oromoo addaan citee ture itti fufsiisuuf ogeessota 120 waliin gurmoofne hojii eegalleerra: Abdiisaa Baancaa
Abdii Biyyansaatin @ABiyenssa Finfinnee, Onkoloolessa 30/2023 – Afaan Oromoo afaanota addunyaa irra jiran 7,000 ta’an keessaa afaanota 133 kan Google…
Read More » -
AS-Jabaa: “Xiyyaara guddaa nama baatu fi dirooniiwwan guddoo humna guddaa qaban hojjechuuf karooran qaba”: Amaanu’eel Baalchaa
Amaanu’eel Baalchaa Naatinaa’eel Fiixeetiin @NatieFit Finfinnee, Caamsaa 26/2023 – Sadarkaan guddina biyya tokko ittiin madaalamu keessa kalaqa fi teeknoloojii isaan ijoodha. Biyyoota…
Read More » -
AS-Jabaa: Dargaggeessa Jenereetara boba’aa malee hojjatu fi meeshaa laaboraatorii ashaaraa harkaan gosa dhiigaa baruu dandeessisu kalaqe
Fedhasaa Shuumaa Abdii Biyyansaatin @ABiyenssa Finfinnee, Adoolessa 21/2023 – Dargaggeessi kun Fedhasaa Shuumaa jedhama. Godina Qeellam Wallaggaa magaalaa Dambii Dollootti dhalatee guddate.…
Read More » -
AS-Jabaa: Namoota 5000 ol irraa dorgommii kalaqaa kan injifate Gurmeessaa Goobanaa Hoolaa qonna biyya kanaa teeknooloojiin fooyyeessuu akeeka
Gurmeessaa Goobanaa Hoolaa Getaahun Laggasaatin @Birmaduu2 Finfinnee, Waxabajjii 30/2023 – Gurmeessaa Goobanaa ilma abbaa gadaa Tuulamaa Abbaa Gadaa Goobanaa Hoolaati. Dhalatee kan…
Read More »