Keeniyaa
- ODUU
Dhaabbileen Nageenyaa Itoophiyaa fi Keeniyaa ‘WBOn naannawaa daangaatti uggura fi saamicha raawwachaa jira’ jedhan
Finfinnee, Hagayya 22/2024 – Waraanni Bilisummaa Oromoo (WBO) naannawaa daangaa Itoophiyaa fi Keeniyaatti uggura namootaa, saamicha, fi gocha seeraan ala…
Read More » - ODUU
Keeniyaa, bulchiinsa Moyyaleetti lammiileen Itoophiyaa shan ‘seeraan ala albuuda baasaa turan’ to’annoo jala oolan
Finfinnee, Bitootessa 25/2024 – Kaaba Keeniyaa bulchiinsa Marsabiit, kutaa bulchiinsa Moyyalee keessa lammiileen Itoophiyaa shan bakka albuuda torban lama dura…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Itoophiyaa fi Somaaliyaan jechoota waldhabdee hammeessan walitti darbachurraa of qusachuuf waliigalan
Finfinnee, Bitootessa 04/2024 – Waliigaltee ulaa galaanaa jalqaba bara kanatti Itoophiyaa fi Somaalilaand gidduu mallatteeffame hordofee hariiroon isaanii kan boora’e…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Oduu: Keeniyaan lammiileen Itoophiyaa kaffaltii eeyyama imala elektirooniksii malee biyyashee akka seenaniif waliigalte
Finfinnee, Guraandhala 20/2024 – Mootummaan Keeniyaa ”lammiilee Itoophiyaa kaffaltii eeyyama imala elektirooniksii (eTA) malee gara biyyattii galuu akka danda’an” waliigaluu…
Read More » - AADAA FI AARTII
Oduu: Keeniyaatti dubartoonni 100 ta’an sochii aadaa fi duudhaa Booranaa kunuunsanii dhalootaatti dabarsuuf kaayyeeffate eegalan
Finfinnee, Amajjii 11/2024 – Gareen dubartoota Booranaa biyya Keeniyaa Kaawuntii Isi’oloo keessa jiraatan duudhaa fi aadaa isaanii guddisuu fi kunuunsuun…
Read More » - ODUU
Oduu: Keeniyaan hogganaa humna Saffisaa simachuu hordofee Sudaan ambaassaadara ishee Keeniyaa jiru waamte
Finfinnee, Amajjii 05, 2024 – Mootummaan Keeniyaaa ajajaa humna deegarsa saffisaa Mohaammad Haamdaan Daagaaloo “Heemeeti” simachuu hordofee Keeniyaatti ambaasaaddara ishee…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Keeniyaafi Gamtaan Awrooppaa waliigaltee daldalaa “guddaa” mallatteessan
Finfinnee Muddee 18, 2023 – Keeniyaafi Gamtaan Awurooppaa waliigaltee tumsa diinagdee “guddaa” kan Keeniyaan gibira maleefi daangaa malee gabaa Awurooppaatti…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Oduu: Keeniyaan Amajjii bara 2024 irraa eegalee turistoota addunyaa hundaaf ulaagaa viizaa akka kaastu beeksifte
Finfinnee, Muddee 13/2023 – Keeniyaan Amajjii 2024 irraa eegalee lammiilee addunyaa hundaaf barbaachisummaa viizaa akka haqxu beeksifteetti. Pirezidaantii Wiliyaam Ruutoon…
Read More » - ODUU
Oduu: Itoophiyaa, Somaaliyaafi keeniyaatti balaa lolaatiin lubbuun namoota 130 darbe
Finfinnee, Sadaasa 20, 2023 – Itoophiyaa, Somaaliyaafi keeniyaa ji’a Onkolooleessaatii asitti lubbuun namoota balaa lolaatiin darbee 130 gahuu dhaabbilee tolaooltummaa…
Read More » - DALDALA
Oduu: Itoophiyaan bara kana humna elektirikaa giiggaa waatii 3000 ta’u biyyoota ollaaf gurgurtaan dhiyeessuuf karoorfachuu beeksiste
Finfinnee, Onkoloolessa 16/2023 – Itoophiyaan bara 2016 ALI keessatti biyyoota ollaa sadi, jechuun Sudaan, Keeniyaa, fi Jibuutiif humna elektirikaa Giiggaa…
Read More »