DHIMMA HAWAASAA
-
Lammiileen Itoophiyaa Libaanos keessa jiran yaaddoon nageenyaa dabaluu himan
Finfinnee, Onkololeessa 09, 2024 – Haleellaa humni waraanaa Israa’eel Libaanos irratti gaggeessaa jiru hordofee yaaddoon nageenyaa dabalaa dhufuu Itoophiyaanonni Addis…
Read More » -
Itoophiyaanota Libaanoon keessa jiran gara biyyaa deebisuuf “haala mijeessaa” jiraachuu Itoophiyaan beeksifte
Finfinnee, Onkololeessa 2024 – Koreen biyyaaleessaa Itoophiyaa Itoophiyaanota sababa waraana Israa’eeliifi Hizboollaatiin Libaanoon keessatti dararamaa jiran gara biyyaa deebisuuf “haala…
Read More » -
Ministeerichi fi dhaabbileen tajaajila fe’umsaa dhimma caaseffama dhaabbilee geejjibaafi konkolaattota moofaa hojiin ala taasisuurratti waliigaluu dhaban
Finfinnee, Onkololeessa 01, 2024 – Ministeerri geejjibaafi loojistikiifi dhaabbileen tajaajila geejjibaa kennan dhimma qajeelfama caaseffama dhaabbilee geejjibaafi konkolaattota moofaa hojiin…
Read More » -
Ministeerri Daldalaa madaallii gabaa Dilbataa “qaala’iinsa gatii to’achuuf oola” jedhe ifoomse
Finfinnee, Fulbaana 25, 2024 – Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa #Itoophiyaa sadarkaa biyyaalessaatti madaallii gabaa Dilbataa qaala’iinsa gatii to’achuuf…
Read More » -
Baqattoonni Itoophiyaa Masrii keessa jiraatan ‘hidhaa fi dararaan nutti hammaate’ jedhan
Finfinnee, Fulbaana 20/2024 – Dhimma Hidha Haaromsaa irratti waldhabdeen Masrii fi Itoophiyaa gidduu jiru wayita hammaataa dhufetti, godaantota fi baqattoonni…
Read More » -
Hoggantuun Biiroo Fayyaa Oromiyaa haaraa Piroofeesar Natsaannat Warqinaa Giddii eenyu?
Finfinnee, Fulbaana 09/2024 – Biiroo Fayyaa Oromiyaatti hoggantuun haaraa muudaman Piroofeesar Natsaannat Warqinaa Giddii guyyaa har’a Fulbaana 09, 2024 hogganaa…
Read More » -
Dhaabbileen Siivilii 10 bara haaraa dhufutti mariin gareewwan hidhattootaa waliin eegalame akka itti fufu waamicha dhiyeessan
Finfinnee, Fulbaana 07/2024 – Dhaabbilee Hawaasa Siivilii biyya keessaa 10 ta’an bara haaraa Itoophiyaa sababeeffachuun waamicha nagaa waloo dhiyeessaniin, bara haaraa dhufutti…
Read More » -
Gondaritti daa’imni waggaa lamaa butamtee ajjeeffamuu hordofee namoonni dheekkaman hiriira bahan; namoonni lama ajjeefaman
Finfinnee, Fulbaana 03/2024 – Naannoo Amaaraa magaalaa Gondaritti daa’imni waggaa lamaa Nolaawwit Zagayyee jedhamtu namootaan butamtee erga fudhatamtee booda kaleessa…
Read More » -
Godina Wallagga Bahaatti haleellaa hidhattoonni raawwataniin lubbuun namoota 3 darbuun tokko madaa’e
Finfinnee, Fulbaana 03, 2024 – Haleellaa humnoonni hidhattoota Faannoo jedhanii of waaman godina Wallagga Bahaa ganda Margaa Jireenyaa keessatti Hagayya…
Read More »