#ODUUGUYYAAAS
-
Qulqulluun Sinodoosii Ortodoksii Itoophiyaa abbootii Tigraay “muudama seeraan ala raawwatan” jedhe balaaleeffate
Finfinnee, Hagayya 03/2023 – Waraana mootummaa federaalaa fi Adda Bilisummaa Uummata Tigraay (ABUT) gidduutti waggoota lamaaf gaggeeffame hordofee hariiroo Qulqulluu Sinoodoosii…
Read More » -
Gariin abbaa qabeenyummaa Daandii Qilleensa Itoophiyaatin kan hogganamu Daandii Qilleensa Naayijeeriyaa hojii eegaluufi
Finfinnee, Hagayya 04/2023 – Deeggarsa Daandii Qilleensa Itoophiyaatin hundeeffamaa kan jiru Daandiin Qilleensa Naayijeeriyaa baatii Onkololeessa dhufu akka hojii eegalu ibsame.…
Read More » -
Rakkoo nageenyaa naannoo Amaaraatti babal’achaa dhufe hordofuun manni maree ministeerotaa labsii yeroo hatattamaa dabarse
Finfinnee, Hagayya 04, 2023 – Naannoo Amaaraatti rakkoo nageenyaa babala’achaa dhufeen walqabtee manni maree ministeerotaa walga’ii idilee har’a gageessee irratti labsiin…
Read More » -
“Dhaabbata akka Hooliwuudii fi Booliwuud Aartii Oromoof bu’uura ta’u danda’u ijaaruun karoora kooti” – Firaanol Ahimad
Naatinaa’eel Fiixeetin @NatieFit Finfinnee, Hagayya 04/2023 – Dhiibbaan Intarneetiin addunyaa irratti qabu yeroorraa gara yerootti dabalaa dhufuun yeroo ammaa kana uummata addunyaa…
Read More » -
MM Itoophiyaa Abiy Ahimad fi Ministirri Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Bilinkan bilbilaan mari’atan
Finfinnee, Hagayya 05/2023 – Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahimad fi Ministirri Dhimma Alaa Ameerikaa Antoonii Bilinkan dhimma nagaa, badhaadhinaa fi nageenya…
Read More »