Somaalilaand
- AF-GAAFFII
“Somaalilaand biyya kamiinuu waliin waliigaltee taasisuuf mirga qabdi” – Mohaammad Abdillaahi Omar, hogganaa paartii mormituu
Jalqaba bara 2024 Itoophiyaa fi Somaalilaand, kan mootummaan federaalaa Somaaliyaa akka qaama bulchiinsa ofiitti ilaalu, gidduutti waliigalteen wal-hubannaa mallattaa’uun Gaanfa…
Read More » - ODUU
Somaalilaand waraanni Masrii Somaaliyaatti bobbaafamuu cimsitee mormite
Finfinnee, Hagayya 30/2024 – Bulchiinsi of-bulchuu labsite Somaalilaand waraanni Masrii Somaaliyaa keessa bobbaafamu cimsitee kan mormitu ta’uu ibsite. Ministeerri Dhimma…
Read More » - ODUU
Somaaliyaan Ambaasaaddarri Itoophiyaa sa’aatii 72 keessatti biyyattii gadhiisanii akka bahan ajaja dabarsite
Finfinnee, Ebla 05/2024 – Ministeerri Dhimma Alaa fi Tumsa Idil-addunyaa Somaaliyaa ibsa har’a waaree booda baaseen, Somaaliyaatti Ambaasaaddarri Itoophiyaa Muktaar…
Read More » - ODUU
Somaaliyaan Ambaasaaddara Itoophiyaa gara Finfinnee deebifte; Waajjiraalee qoonsilaa Puuntlaand, Somaalilaand argaman cufte
Finfinnee, Ebla 04/2024 – Mootummaan Somaaliyaa, Somaaliyaatti Ambaasaaddara Itoophiyaa kan ta’an Muktaar Mohaammad Waaree gara Finfinnee akka deebi’an taasiste. Kana…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Somaalilaand waliigaltee ulaa galaanaa Itoophiyaa waliin mallatteessite hojiirra oolchuuf koree teeknikaa hundeessuu beeksifte
Finfinnee, Guraandhala 21/2024 – Waliigaltee ulaa galaanaa Itoophiyaa fi Somaalilaand jalqaba bara kanaa mallatteessan hojiirra oolchuuf koreen teeknikaa fi gareen…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Somaalilaand waamicha Somaaliyaan dhimma waliigaltee ulaa galaanaa tibbanaa irratti Gamtaa Afrikaa fi UN’f dhiyeessite kufaa taasiste
Finfinnee, Guraandhala 12/ 2024 – Ministeerri Dhimma Alaa Somaaliyaa ibsa kaleessa baaseen, guyyoota muraasaan booda yaa’iisaa Finfinneetti kan eegalu Gamtaan…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Somaaliyaa fi Turkiin waliigaltee waraanaa mallatteessan
Finfinnee, Guraandhala 09/2024 – Waliigaltee ulaa galaanaa Itoophiyaa fi Somaalilaand gidduu mallatteeffame hordofee hariiroo Itoophiyaa waliin qabdu kan hammaate Somaaliyaan,…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Lammiileen Itoophiyaa Somaaliyaa keessa jiran irratti “balaan lubbuu aggaamamuu” himan
Finfinnee, Guraandhala 02/2024 – Jalqaba baatii darbe keessa mootummaan Itoophiyaa Somaalilaand waliin waliigaltee wal-hubannaa ulaa galaanaa mallatteessuu hordofee lammiilee Itoophiyaa…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Paartiin Badhaadhinaa walhubannaa Somaalilaand waliin taasifame gara ‘waliigaltee qabatamaatti’ ceesisuuf murteessuu ibse
Paartichi gareewwan hidhatan waliin furmaata nagaa barbaaduuf tarkaanfiiwwan fudhatu akka itti fufu waadaa kan gale yoo ta’u, haata’u malee humnoota…
Read More » - XIINXALA
Xiinxala: Waliigalteen ulaa galaanaa Itoophiyaa fi Somaalilaand tibbana mallatteessan haala kamiin siyaasa Gaanfa Afrikaa jijjiira?
Abdii Biyyansaatin @ABiyenssa Finfinnee, Amajjii 23/2024 – Dhimmi ulaa galaanaa argachuun kun gama Itoophiyaatin dhimma imaammataa kan ta’e yeroo dhiyoo…
Read More »