Ameerikaa
- ODUU
Pirofeesar Gabbisaa Ejjetaan qorataa misooma midhaanii bara 2024 jedhamuun filataman
Finfinnee, Hagayya 28/2024 – Yuunivarsiitiin Ameerikaa ‘Parduu’ jedhamu dhalataa Itoophiyaa kan ta’an Pirofeesar Gabbisaa Ejjetaatin ‘Legend of Agronomy’ bara 2024…
Read More » - ODUU
Itoophiyaan ibsi Ambaasaaddarri Ameerikaa laatan ‘dogoggora kan qabu’ fi ‘odeeffannoo gahaarratti kan hin hundoofne’’ jechuun qeeqxe
Finfinnee, Caamsaa 17/2024 – Ministeerri Dhimma Alaa Itoophiyaa ibsa imaammata Ambaasaadarri Ameerikaa Erviin Masiingaa kaleessa kennaniin ”dogoggora” fi ”odeeffannoo gahaarratti…
Read More » - SIYAASA
Ergamaan addaa Ameerikaa gaggeessitoota ABOfi KFO waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 14, 2024 – Gaanfa Afrikaatti Ergamaan Addaa Ameerikaa Maayk Haamar Dura Taa’aa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Jaal Daawud…
Read More » - ODUU
Itoophiyaatti imaammata harka qalleeyyii irratti xiyyeeffatu akka barbaachisu Ameerikaa dabalatee biyyoonni 17 hubachiisan
Finfinnee, Ebla 11/2024 – Gargaarsi namoomaa Itoophiyaa keessatti gaggeeffamaa jiru galma karoorfameen akka gahuuf mootummaan Itoophiyaa imaammata jireenya harka qalleeyyii…
Read More » - ODUU
Ameerikaan haleellaawwan Godina Addaa Saba Oromoo fi Shawaa Kaabaatti raawwataman akka ishee yaaddeesse ibsite
Finfinnee, Bitootessa 26/2024 – Naannoo Amaaraa Godina Addaa Saba Oromoo fi Godina Shawaa Kaabaa keessatti haleellaawwan raawwatamaniin lubbuun lammiilee darbuu,…
Read More » - ODUU
Oduu: Ameerikaan Itoophiyaafi Misra mari’achiisuuf qophii ta’uu himte : Miidiyaa Misraa
Finfinnee, Bitootessa 06, 2024 – Ameerikaan Itoophiyaafi Misra dhimma hidha haaromsaatiin walqabatee waliigalteerra akka gahaniif mari’achisuuf qophii ta’uu ministeera dhimma alaa…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Ameerikaan marii nagaa marsaa sadaffaa mootummaa Itoophiyaa fi WBO gidduu taasifamu haala mijeessuuf qophii ta’uu ibsite
Finfinnee, Guraandhala 22/2024 – Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaatti Barreessituu Itti aantuu Dhimmoota Afrikaa kan ta’an Moolii Fii fi Gaanfa Afrikaatti…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Ameerikaan ajjeechaa namoota nagaa Meraawwiitti raawwatame qaama walabaatin akka qoratamu gaafatte
Finfinnee, Guraandhala 09/2024 – Naannoo Amaaraa godina Goojjam Kaabaa magaalaa Meraawiitti ajjeechaa namoota nagaarratti raawwatame “hedduu akka isa yaaddeesse” mootummaan…
Read More » - SIYAASA
Oduu: Maayik Hamar waldhabdee Itoophiyaa fi Somaaliyaa gidduu jiru akkaataa mariin furamurratti dubbachuuf gara Finfinnee Kaampaalaa imalan
Finfinnee, Amajjii 18/2024 – Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Ameerikaa kan ta’an Maayik Hamar Amajjii 17 hanga Amajjii 24 bara 2024…
Read More » - DHIMMA HAWAASAA
Oduu: Ameerikaan duula fanjii awwaalamaa fashaleessuurratti Itoophiyaa tumsaa jiraachuu ibsite
Finfinnee, Amajjii 16, 2024 – Ameerikaan fanjii awwaalamaafi kuusa meeshaalee waraana fashaleessuufi dhabamsiisuu irratti Itoophiyaa tumsaa jira jette. Duulli kuni…
Read More »